Dhimma ijoo ta'etti seeni

Qophii Yihowaan Gaaʼelaaf Godhe

Qophii Yihowaan Gaaʼelaaf Godhe

Ulaagaa Yihowaan gaaʼelaaf baase hin jijjiiramne.

Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa

MICHUU YIHOWAA TA’I

Dhiira Tokkoo fi Dubartii Tokko

Ulaagaan Waaqayyo gaaʼelaaf baasee maalii dha? Barbaachisaa kan taʼee hoo maaliifi?

MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN

Michoota Yihowaa Irraa Baradhu​—Gilgaalawwan

Gilgaalawwan mata duree walitti aanee baʼuu fi Michoota Yihowaa Irraa Baradhu jedhamurra fudhatamanitti fayyadamuudhaan, barumsa ijoo irraa argattan ijoollee keessanii wajjin irratti mariʼadhaa.

BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU

Viidiyoowwanii fi Gilgaalota Ijoollee

Ijoollee keessan naamusa gaarii barsiisuuf viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluurratti hundaaʼanii fi gilgaalota nama bashannansiisan kanatti fayyadamaa.