MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Amajjii 2013

This issue examines individuals in the Bible who showed faith and courage.

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru​—Noorweeyitti

Gaaffiin maatii tokkoof utuu itti hin yaadin isaaniif dhihaate bakka babalʼistoonni caalaatti barbaachisan dhaqanii akka tajaajilan kan isaan kakaase akkamitti?

Yihowaan Isinii Wajjin Waan Jiruuf​—Ija Jabaadhaa!

Fakkeenya Iyaasuu, Yehoyaadaa, Daaniʼeliifi namoota amantiifi ija jabina argisiisan kaanirraa faayidaa argachuu dandeessa.

Wanti Kamiyyuu Yihowaarraa Akka Isin Fageessu Hin Heyyaminaa

Hojii, bohaartiifi maatii keenya ilaalchisee filannoo gaarii gochuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe qori.

Yihowaatti Dhihaachuu Keessan Itti Fufaa

Meeshaalee elektirooniksii, fayyaa, qarshiifi boonuudhaan ilaalcha sirrii qabaachuudhaan Yihowaatti dhihaachuu kan dandeenya akkamitti?

Gaabbii Malee Tajaajiluu

Phaawulos jireenyasaa keessatti dogoggora cimaa raawwateera; filannaa gaariis godheera. Fakkeenyasaarraa barumsa akkamiii arganna?

Jaarsoliin Gumii—​‘Nu Gammachiisuuf Nu Wajjin Hojjetu’

Jaarsoliin gumii, obboloonniifi obboleettonni tajaajila Waaqayyoof dhiheessanitti akka gammadan karaawwan kamiin gargaaru?

Duulli Karooraan Godhame Buʼaa Argamsiise

Intalli biyya Chiilii jiraattuufi umrii waggaa 10 tokko namoota mana barumsaashee keessatti argamaniifi afaan Maappudunguun dubbatan hundi sirna addaa tokkorratti akka argaman afeeruuf jecha carraaqqii guddaa isheen goote beekuuf mataduree kana akka dubbistu si afeerra.