MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Bitootessa 2013

Maxxansi kun Kiristiyaanonni dorgommii jireenyaa keessa akkamitti turuu akka dandaʼan ibsa. Garaa keenyaafi Yihowaa baruufis nu gargaara.

Warra Yihowaa Jaallatan ‘Wanti Gufachiisu Hin Jiru’

Warra seera Yihowaa jaallatan wanti gufachiisu hin jiru jechuu kan dandaʼamu akkamitti? Dorgommii jireenyaa keessa turuuf maaltu nu gargaaruu akka dandaʼu qori.

‘Garaa Ittiin’ Yihowaa ‘Beektan’ Qabaadhaa

Wanti Ermiyaas raajichi dubbate garaa fakkeenyaan ibsameefi fayyaa taʼe qabaachuufi eeguuf nu gargaaruu dandaʼa.

‘Waaqayyoon Beekuu Bira Erga Geenyee’ Booda Maal Gochuu Qabna?

Amantii qabaachuufi Yihowaaf kan bulte taʼuuf dhiisuukee yeroo hunda qoruun maaliif akka barbaachise baradhu.

Jajjabina Fudhadhaa—Isinis Warra Kaan Jajjabeessaa

Haallisaa garaagara haataʼuyyuu malee hundi keenya ni dhukkubsanna. Rakkinni akkasii yommuu nu mudatu akkamitti moʼuu dandeenya?

Yihowaan Iddoo Kooluu Itti Galludha

Kan jiraannu addunyaa hamaa taʼe keessa taʼus Yihowaan sabasaa akka eegu mirkanaaʼoo taʼuu kan dandeenyu akkamitti?

Maqaa Yihowaa Isa Guddaadhaaf Ulfina Kennaa

Mirga maqaa Yihowaatti fayyadamuu akkamitti ilaalta? Maqaa Waaqayyoo beekuufi maqaa kanaan deddeebiʼuu jechuun maal jechuudha?

Dhuguma Joseefastu Barreessee?

Barreeffama Teestiimoniyam Filaaviyaaniyam barreessaa seenaa Yihudii Filaaviyas Joseefas jedhamutu barreessee?

Gonkumaa Abdii Hin Kutatin!

Namni tokko dhumarratti dhugaa fudhachuu waan dandaʼuuf abdii kutachuu hin qabdu. Namoonni tokko tokko maal akka godhaniifi maaliif akkas akka godhan dubbisi.