MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Hagayya 2013

Maxxansi kun hojii Waaqayyootiif qulqulloota ta’uu, rakkina nurra ga’eef Waaqayyoon komachuurraa fagaachuufi abdii kutachuurraa akkamitti of eeguu akka dandeenyu ibsa.

Warra Qulqullaa’an Taataniittu

Qabxiiwwan qulqulluu taanee jiraachuufi tajaajila Waaqayyoorratti bu’a qabeeyyii ta’uuf nu gargaaran afur qoradhu.

Gaaffii Dubbistootaa

Warri Kiristiyaana ta’an walga’iirratti mucaasaanii gumiidhaa baafamee wajjin taa’uunsaanii sirriidhaa?

SEENAA JIREENYAA

Yihowaan ‘Guyyuma Guyyaatti Ba’aakoo Naaf Baata’

Dhibee fayyaa cimaa qabaattus, wanti obboleettii Naamiibiyaa jiraattu tokko waggaa 20 oliif gammachuudhaan qajeelchaa taatee akka tajaajiltu ishee gargaare maalidha?

Matumaa ‘Yihowaa Hin Komatinaa’

Namoonni tokko tokko garaasaaniitti Waaqayyotti aaru. Rakkina isaanirra ga’uuf isa komatu. Akkamitti kiyyoo kanarraa fagaachuu dandeenya?

Warri—Mucummaasaaniitii Jalqabaa Ijoollee Keessan Leenjisaa

Ijoollee leenjisuun yoom jalqabuu qaba? Leenjiin kun maal dabalachuu qaba?

Xiyyeeffannaa Walii Kennaa Akkasumas Wal Jajjabeessaa

Yeroo rakkinni nurra ga’uttillee amanamummaadhaan tajaajiluu keenya itti fufuuf wal jajjabeessuu kan dandeenyu akkamitti?

Namoota Akkamii Ta’uu Akka Qabdan Yaadaa

Seexanni Waaqayyo duratti fudhatama akka argannu hin barbaadu. Hariiroo Yihowaa wajjin qabnu eeggachuuf maal gochuu dandeenya?

Elsaa’i Konkolaataa Ibiddaa Argeera—Atoo?

Elsaa’i amantii Yihowaarratti qabu guddifateera. Fakkeenyasaarraa maal barachuu dandeenya?

KUUSAA KEENYA KEESSAA

Mootichi Baay’ee Gammade!

Mootiin Siwaazilaandii tokko akkamitti dhugaa Macaafa Qulqulluu akka dhaga’e dubbisi.