MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Amajjii 2014

Maxxansi kun Yihowaan yeroo hundumaa Mootii akka taʼe mirkaneessa. Dinqisiifannaa Mootummaa Masiihichaatiif, akkasumas wanta inni raawwateef qabnus nuuf guddisa.

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru​—Afriikaa Lixaa

Obboloonni tokko tokko Awurooppaadhaa gara Afriikaa Lixaa deemuuf kan isaan kakaase maalidha? Buʼaa akkamii argatan?

Yihowaa Isa Mootii Barabaraa Taʼe Waaqeffadhaa

Yihowaan Abbaa akkamii akka taʼeefi akkaataan inni itti bulchu caalaatti isatti akka dhihaannu kan nu godhu akkamitti akka taʼe baradhu.

Mootummaa Waggaa 100⁠f Bulche—Kan Si Tuqu Akkamitti?

Bulchiinsa Mootummichaarraa faayidaa argachuu kan dandeenyu akkamitti? Masiihichi inni Mootii taʼe warra isaaf bitaman akkamitti akka qulqulleesse, leenjiseefi gurmeesse bari.

Umrii Dargaggummaatti Filannaa Ogummaarratti Hundaaʼe Gochuu

Dargaggoonni hedduun namoonni kaan dhugaa akka hubatan gargaaruudhaan muuxannoo nama gammachiisu argachaa jiru. Tajaajila Yihowaarratti caalaatti karaa gammachuu argamsiisuun hirmaachuu kan dandeessu akkamitti?

Barri Hamaan Utuu Hin Dhufin Yihowaa Tajaajiluu

Kiristiyaanonni maanguddoota taʼan carraa addaa hirmaannaa tajaajilarratti godhan guddisuuf isaan dandeessisu akkamii qabu?

“Mootummaan Kee Haa Dhufu”—Garuu Yoom?

Mootiin Waaqayyoon muudame, fedha Waaqayyoo raawwachuurratti yeroo dhihootti tarkaanfii dabalataa akka fudhatu amanannaa qabaachuu kan dandeenyu maaliifi?

Wantan Ijoollummaakootti Filadhe

Dargaggeessi Kolombos, Ohaayoo, Yuu.Eess.Ee. keessa jiraachaa ture tokko, afaan Kaamboodiyaa barachuuf murteesse. Maaliif? Filannaansaa kun jireenyasaarratti jijjiirama akkamii fide?