MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Muddee 2014

Maxxansi kun matadureewwan Guraandhala 2 hanga Bitootessa 1, 2015⁠tti qayyabataman qabateera.

‘Karicha Beekeera’

Miseensa Qaama Olaanaa Dhugaa Baatota Yihowaa kan taʼe Gaay Piirsi, Kibxata, Bitootessa 18, 2014 duʼe.

Yihowaan Namoota Fedhiidhaan Kennan Ni Eebbisa

Ajaja Waaqayyo Israaʼelootaaf kennerraa waaʼee buusii barumsa guddaa arganna.

“Dubbii Koo Dhagaʼaa, Hubadhaas”

Yesus fakkeenya waaʼee ija sanaaficaa, raacitii, naggaadeefi qabeenya dhokfamee ibsu dubbateera. Hiiknisaanii maalidha?

Hiikasaa Ni ‘Hubattuu’?

Fakkeenyonni Yesus waaʼee nama sanyii facaasuufi rafuu, kiyyoo, akkasumas ilma badee argamee dubbate hiiknisaanii maalidha?

Ni Yaadattaa?

Gaaffiiwwan 12an kun, yaadawwan barruulee Masaraa Eegumsaa Waxabajjii hanga Muddee 2014⁠rratti baʼan yaadachuu dandaʼuukee ilaaluuf si gargaaru.

Yaadakee Jijjiiruu Qabdaa?

Murtoowwan goote tokko tokko jijjiiruu hin qabdu; tokko tokko garuu irra deebitee ilaaluu qabda. Kun maalirratti kan hundaaʼedha?

Gaaffii Dubbistootaa

Ermiyaas, Raahel ijoolleesheetiif akka boosse ennaa dubbatu maal jechuusaatii?

Yeroo Biyyi Lafaa Moofaa Taʼe Kun Badutti Tokkummaa Qabaachuu

Fakkeenyonni Macaafa Qulqulluurratti argaman afur barbaachisummaa tokkummaafi gara fuulduraattimmoo maaliif caalaatti akka nu barbaachisu nu hubachiisu.

Wanta Argattaniif Dinqisiifannaa Qabduu?

Dhaala hafuuraa keenyaaf iddoo guddaa akka kenninu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

Baafta Mataduree Masaraa Eegumsaa 2014

Matadureewwan Masaraa Eegumsaa 2014tti ba’an hunda argachuuf bafta mataduree ilaali.