MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Sadaasa 2015

Maxxansi kun, mata dureewwan Muddee 28, 2015 hanga Amajjii 31, 2016tti qayyabataman qabateera.

Ijoolleen Keessan Yihowaa Akka Tajaajilan Leenjisaa

Amalawwan Yesus yeroo barsiisu itti fayyadame sadii ijoollee keessan leenjisuu irratti akka isiniif milkaaʼu gochuu dandaʼu.

Ijoolleen Keessan Warri Dargaggoon Yihowaa Akka Tajaajilan Leenjisaa

Ijoolleen keessan yeroo dargaggummaa isaaniitti karaa hafuuraa akka guddatan gargaaruu kan dandeessan akkamitti?

Gaaffii Dubbistootaa

Magaalaan Yerikoo durii utuu yeroo dheeraadhaaf hin marfamin akka moʼamte wanti ragaa taʼu maali dha?

Arjummaa Yihowaatiif Dinqisiifannaa Akka Qabdan Argisiisaa

Kitaabni Qulqulluun yommuu yeroo, humnaa fi qabeenya keenya kenninu kakaʼumsa sirrii fi sirrii hin taane adda baafachuuf nu gargaara.

Yihowaan Waaqa Jaalalaa Ti

Yihowaan jaalala ilmaan namootaatiif qabu kan argisiise akkamitti?

‘Nama Akka Mataa Keetiitti Ni Jaallattaa?’

Gaaʼela kee keessatti, gumii kee keessatti akkasumas tajaajila irratti gorsa Yesus hojii irra oolchuu dandeessa.

Waggoottan Dhibba Tokko Bulchiinsa Mootummichaa Jalatti Darban!

Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo akka lallabnuuf karaawwan kam sadiin qopheeffamne?

KUUSAA KEENYA KEESSAA

“Wanti Aduu Jala Jiru Kam Iyyuu Isin Dhowwuu Hin Qabu!”

Tajaajiltoonni yeroo guutuu addaa Faransaay keessa turan waggoota 1930mmaniitti gama hinaaffaa fi obsaan fakkeenya guddaa taʼu.