MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Adoolessa 2016

Maxxansi kun mata dureewwan Hagayya 29 hanga Fulbaana 25, 2016 qoʼataman kan qabate dha.

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Gaanaa

Obboloonni bakka labsitoonni caalaatti barbaachisanitti tajaajiluu yeroo deeman qorumsi baayʼeen isaan mudatus, eebba baayʼee argatu.

Wantoota Utuu hin Taʼin, Mootummicha Barbaadaa

Yesuus jaalala qabeenyaaf qabnu toʼachuu kan qabnu maalif akka taʼe dubbateera.

‘Dammaqnee Eeguu’ kan Qabnu Maaliifi?

Dhiibbaawwan gadheen of eeggachuu baannaan dammaqnee akka hin eegne nu gochuu dandaʼan sadii jiru.

“Hin Sodaatin. Ani Sin Gargaara”

Yihowaan yeroo dhiphinaattii fi rakkinaatti michuu amanamaa taʼuu isaa argisiiseera.

Namoota Gaarummaa Waaqayyoo isa Guddaa Galataan Fudhatan

Karaan guddaan Waaqayyoo gaarummaa isaa isa guddaa ilmaan namootaatiif itti ibse isa kami?

Misiraachoo Gaarummaa isa Guddaa Babalʼisaa

‘Misiraachoon mootummichaa’ misiraachoo “gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa” kan mulʼisuu akkamitti?

Gaaffii Dubbistootaa

Uleewwan Hisqiʼel boqonnaa 37 irratti ibsaman lamaan tokko taʼuun isaanii hiika maalii qaba?