MASARAA EEGUMSAA Lakk. 5 2016 | Jajjabina Eessaa Argachuu Dandeessa?

Hundi keenya iyyuu keessumaa yeroo rakkinaatti jajjabinni Waaqayyo kennu nu barbaachisa. Barruun kun yeroo rakkinnaatti Waaqayyo akkamitti akka nu jajjabeessu ibsa.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Hundi Keenya Jajjabinni Nu Barbaachisa

Namni jaallatu yeroo si jalaa d⁠u⁠ʼu ykn rakkoo cimaan fayyaa, ga⁠a⁠ʼelaa fi hojii wajjin wal qabatu yommuu si mudatu jajjabina eessaa argachuu dandeessa?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Waaqayyo kan Nama Jajjabeessu Akkamitti?

Madda gargaarsaa namoota gaddaniif taʼu afur.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Yeroo Rakkinaatti Jajjabina Argachuu

Namoonni, yeroo baayʼee isaan barbaachisutti gargaarsa kan argatan akkamitti?

FAKKEENYA AMANTII ISAANII HORDOFAA

‘Lolli kun kan Waaqayyoo Ti’

Daawit Goliyaadiin akka injifatu kan isa gargaare maali dha? Seenaa Daawit irraa maal baranna?

Daawitii fi Goliyaad—Seenaa Dhugaa Tii?

Qeeqxonni tokko tokko seenaan kun dhugaa taʼuu isaa shakku. Ragaa qabatamaa qabuu?

KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA

Jireenyi kan Natti Hadhaaʼee fi Abbaa Humnaan Ture

Namni lola jaallatuu fi Meeksikootti dhalate amala isaa akka jijjiiru kan gargaare maali dha?

Mootummaan Waaqayyoo Maali Dha?

Deebiin isaa si dinqisiisuu dandaʼa.

Wantoota garabiraa

Maaliif Kadhanna? Waaqayyo Kadhannaa Kootiif Deebii ni Kennaa?

Waaqayyoo kadhannaa keetiif deebii kennuun isaa yeroo baayʼee wanta ati raawwatu irratti kan hundaaʼe dha.