MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Caamsaa 2018

Maxxansi qoʼannaa kun mata dureewwan Adoolessa 9 hanga Hagayya 5, 2018 qoʼataman kan qabate dha.

SEENAA JIREENYAA

Jalqaba Irratti Hiyyeessa Kanan Ture Taʼus, Xumura Irratti Sooressa Taʼeera

Saamuʼel Heerdi jalqaba irratti maatii hiyyeessa keessatti kan guddate taʼus, jireenya isaa gara boodaatti garuu karaa matumaa yaadee hin beekneen karaa hafuuraa sooressa taʼeera.

Nagaa Argachuu kan Dandeessu Akkamitti?

Addunyaa jeequmsaan guutame keessa waan jiraannuuf nagaa argachuuf carraaqqii guddaa gochuu qabna. Gama kanaan Dubbiin Waaqayyoo nu gargaaruu dandaʼa.

Yihowaan Namoota ‘Jabaatanii Dhaabachuudhaan Firii Godhatan’ ni Jaallata

Naannoo tajaajilaa deebii hin kenninetti lallabuun abdii akka nu kutachiise nutti dhagaʼama taʼa. Taʼus hundi keenya iyyuu tajaajila buʼa qabeessa tajaajiluu dandeenya.

‘Firii Hedduu Godhachuu Keenya Itti Fufuu’ kan Qabnu Maaliifi?

Sababii lallabuun keenya barbaachisaa itti taʼe yeroo hunda yaadachuu qabna.

Diina Keessan Beekaa

Nuti dhiibbaa ykn akeeka Seexanaa beekna.

Dargaggootaa Jabaattanii Dhaabachuudhaan Diyaabilosiin Mormaa

Hundi keenya iyyuu karaa hafuuraa waraana irra jirra. Keessummaa immoo dargaggoonni salphaatti balaadhaaf waan saaxilaman fakkaata, haa taʼu malee uffannaa waraanaa uffataniiru.

Midhaan Sassaabamu Baayʼee Dha!

Naannoo Yuukreen jiru tokko keessatti uummata keessaa harka afur keessaa tokko Dhugaa Baatota Yihowaa ti!