Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

MASARAA EEGUMSAA Lakk. 2 2018 | Yeroon Gara Fuulduraa Maal Fidee Dhufa?

YEROON GARA FUULDURAA MAAL FIDEE DHUFA?

Yeroon gara fuulduraa sii fi maatii keetiif maal fidee akka dhufu si yaaddessee beekaa? Kitaabni Qulqulluun akkana jedha:

“Qajeelonni lafa ni dhaalu, bara baraafis ishii irra ni jiraatu.”—Faarfannaa 37:29.

Barruun Masaraa Eegumsaa kun kaayyoo dinqisiisaan Waaqayyo ilmaan namootaa fi lafaaf qabu maal akka taʼee fi eebba kaayyoon kun argamsiisurraa fayyadamuuf maal gochuu akka qabdu beekuuf si gargaara.

 

Waaʼee Yeroo Gara Fuulduraa Raajuu

Namoonni baayʼeen waggoota kumaan lakkaaʼamaniif wanta yeroon gara fuulduraa fidu ilaalchisee tilmaama adda addaa qabaachaa turaniiru; akka yaadan kan isaaniif taʼe garuu hunda isaanii miti.

Urjii Lakkaaʼuu fi Hooda Dubbachuun Yeroo Gara Fuulduraa Beekuuf ni Gargaaruu?

Raajiiwwan haala kanaan dubbatamanitti ni amanuu ni dandeessaa?

Raajiiwwan Raawwii Isaanii Argatan

Raajiiwwan Kitaaba Qulqulluu dinqisiisoo taʼan guutummaatti raawwatamaniiru.

Ragaa Raajiin Kitaaba Qulqulluu Sirrii Taʼuu Isaa Argisiisu

Siidaan bara durii Roomaa keessa jiru raajiin Kitaaba Qulqulluu sirrii taʼuu isaa mirkaneessa.

Abdiiwwan Gara Fuulduraatti Raawwataman

Raajiiwwan Kitaaba Qulqulluu hedduun raawwatamaniiru, kaanimmoo gara fuulduraatti raawwatamu.

Bara Baraaf Lafarra Jiraachuu ni Dandeessa

Kitaabni Qulqulluun kaayyoo Uumaan keenya ilmaan namootaatiif kenne ibsa.

Egeree Kee Filachuu Dandeessa!

Namoonni tokko tokko jireenya isaanii kan toʼatu carraa ykn wanta dursee murteeffame akka taʼe amanu. Garuu kun dhugaadhaa?

‘Garraamonni Lafa ni Dhaalu’

Kitaabni Qulqulluu yeroo jalʼinni haqaa fi hammeenyi itti hin jirre akka dhufu abdii kenna.