MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Adoolessa 2018

Maxxansi qoʼannaa kun mata dureewwan Fulbaana 3-30, 2018 qoʼataman kan qabate dha.

FEDHIIDHAAN OF DHIHEESSANIIRU

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru— Maayaanmaar

Dhugaa Baatonni Yihowaa hedduun biyya isaanii dhiisanii lallabaaf Maayaanmaar akka deeman kan isaan kakaase maali dha?

Eenyu Biratti Beekamummaa Argachuu Barbaaddu?

Karaa Yihowaan tajaajiltoota isaa amanamoo taʼaniif beekamummaa itti kenne irraa maal barachuu dandeenya?

Iji Keessan Eessa Ilaalaa Jira?

Dogoggora cimaa Museen raawwate irraa, barumsa guddaa tokko barachuu dandeenya.

“Yihowaa Cinaa kan Dhaabbatu Eenyu?”

Seenaawwan Kitaaba Qulqulluu waaʼee Qaayin, Solomoon, Musee fi Aaron dubbatan, Yihowaa cinaa dhaabachuun ogummaa kan taʼe maaliif akka taʼe ibsu.

Nuti kan Yihowaa Ti

Yihowaan isaa wajjin hariiroo akka qabaannu waan nuu heyyameef isa galateeffachuu kan dandeenyu akkamitti?

‘Akaakuu Namootaa Hundatti’ Gara Laafina Argisiisuuf Carraaqqii Cimaa Godhaa

Wanta namoota barbaachisuu fi rakkina isaanii ilaaluudhaan, akkasumas hamma dandeessan isaan gargaaruudhaan namootatti gara laafina argisiisuudhaan fakkeenya Yihowaa hordofaa.

Gaaffii Dubbistootaa

Dhiirrii fi dubartiin hiriyaa gaaʼelaa hin taane tokko, sababii quubsaa utuu hin qabaatin mana tokko keessa yoo bulan cubbuu koree murtiitiin ilaalamuu raawwataniiru?