MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Hagayya 2018

Maxxansi qoʼannaa kun mata dureewwan Onkoloolessa 1-28, 2018 qoʼataman kan qabate dha.

Odeeffannoo Guutuu Taʼe Qabdaa?

Odeeffannoon tokko sirrii taʼuu isaa madaaluuf qajeelfamawwan Kitaaba Qulqulluu nu gargaaran sadan isaan kami?

Wanta Alaan Mulʼatu Irratti Hundooftanii hin Murteessinaa

Karaawwan wantoota ijaan argamu irratti hundaaʼanii namootatti murteessuun sirrii akka hin taane argisiisan sadii ilaalaa.

SEENAA JIREENYAA

Harki Koo Akka hin Laafne Murtoo Cimaa Godheen Ture

Taʼeewwan dinqisiisoo Maaksiim Daaniyleeykoon tajaajila misiyoonii waggaa 68 keessatti yommuu dabarsetti raawwataman baradhu.

Namoonni Arjummaadhaan Kennan Gammadoo Dha

Arjoota taʼuun keenya gammachuu keenyaa wajjin kan wal qabate akkamitti?

Guyyaa Hundumaa Yihowaa Wajjin Hojjedhaa

Karaawwan Yihowaa wajjin hojjechuu itti dandeenyu shanan kamfaʼi?

Obsa—Kaayyoo Qabaachuudhaan Waa Dandaʼuu

Obsi inni amala Waaqayyoo taʼe hiika akkamii akka qabuu fi akkamitti guddifachuun akka dandaʼamu, akkasumas akkas gochuun faayidaa akkamii akka argamsiisu baradhaa.

KUUSAA KEENYA KEESSAA

Sanyiin Mootummichaa Inni Jalqabaa Poortugaal Keessatti kan Facaafame Akkamitti?

Labsitoonni Mootummichaa jalqabaa Poortugaal keessa turan gufuuwwan akkamii moʼaniiru?