MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Muddee 2018

Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Guraandhala 4 hanga Bitootessa 3, 2019 kan qabate dha.

“Jannata Keessatti Wal Argina!”

Jannatni siif hiika maalii qaba? Achi keessa jiraachuuf ni abdattaa?

Gaaffii Dubbistootaa

‘Samii sadaffaan’ 2 Qorontos 12:2 irratti ibsame hiika maalii qaba?

Ni Yaadattaa?

Barruulee Masaraa Eegumsaa dhiheenyatti baʼan akka gaariitti dubbisteettaa? Hammam akka yaadattu ilaali.

“Wanta Waaqayyo Walitti Hidhe” Kabajaa

Wal hiikanii nama kan biraa wajjin gaaʼela godhachuuf sababiin Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼe maal qofa dha?

“Waaqayyo Wanta Gaarii” Nuuf Godheera

Seenaa jireenyaa Jeen-Maarii Bookaart, isa waajjira damee Faransaayi keessa haadha manaa isaa Daaniyel wajjin waggoota 50 oliif tajaajile dubbisi.

Dargaggoota, Uumaan Keessan Gammadoo Akka Taatan Barbaada

Dargaggoonni jireenya gammachuu fi milkaaʼina qabu argachuuf wantoota afur kamfaatu isaan gargaaruu dandaʼa?

Dargaggoota, Jireenya Gammachuu Qabu Jiraachuu ni Dandeessu

Jechoonni Faarfannaa 16 irra jiran, dargaggoonni yeroo ammaattis taʼe gara fuulduraatti jireenya gammachiisaa akka jiraata gargaaruu kan dandaʼan akkamitti?

“Namni Qajeelaan Waaqayyotti in Gammada”

Haalli abdii nama kutachiisu yeroo nu mudatutti illee gammachuu keenya eegnee jiraachuu kan dandeenyu akkamitti?

Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa 2018

Baafata mata duree, mata dureewwan bara 2018 Masaraa Eegumsaa irratti baʼan, gosa barumsa isaaniitiin tarreeffaman.