MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Guraandhala 2019

Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Ebla 8 hanga Caamsaa 5, 2019 kan qabate dha

Amanamummaa Keessan Eeggadhaa!

Amanamummaan maali dha? Amanamummaa keenya eeggachuu kan dandeenyu akkamitti?

Garraamummaa Barbaaduudhaan Yihowaa Gammachiisaa

Musee fi Yesuus garraamummaa argisiisuu irratti fakkeenya gaarii kan taʼan akkamitti? Yeroo harʼaa garraamii taʼuun faayidaawwan akkamii argamsiisa?

Galateeffachuu Kan Qabnu Maaliifi?

Waaʼee galateeffachuu Yihowaa, Yesuusii fi nama Samaariyaa sana irraa maal baranna?

Jaalalaa fi Haqa Israaʼel Durii Keessatti

Seerrii Musee ilaalcha Waaqayyoo jaalalaa fi haqaaf qabu maal barsiisa?

SEENAA JIREENYAA

Dhaalli Kiristiyaanaa Karaa Hafuuraa Akkan Guddadhu na Gargaareera

Seenaa jireenyaa Wuudwoorz Miils isa gara waggaa 80tiif amanamummaadhaan Yihowaa tajaajilee dubbisi.

Kana Beektaa?

Manni sagadaa Yihudootaa akkamitti jalqabe?