MASARAA EEGUMSAA Lakk. 2 2020 | Mootummaan Waaqayyoo Maali Dha?

Jaarraawwan hedduudhaaf namoonni gaaffii kana gaafachaa turaniiru. Deebiin isaa salphaatti Kitaaba Qulqulluu irraa argamuu dand⁠a⁠ʼa.

“Mootummaan Kee Haa Dhufu”—Kadhannaa Namoota Miliyoonaan Lakkaaʼamaniin Dhihaatu

Hiika kadhannaa kanaa akka hubannuuf Mootummaa Waaqayyoo ilaalchisee gaaffiiwwan kamfaa deebii argachuu qabu?

Mootummaan Waaqayyoo Kan Nu Barbaachisu Maaliifi?

Namoonni mudaa qaban yommuu ofiin of bulchan rakkoowwan uumamuun isaanii hin oolu.

Mootiin Mootummaa Waaqayyoo Eenyu Dha?

Namoonni Kitaaba Qulqulluu barreessan hedduun namni Mootii Mootummaa Waaqayyoo taʼu kan akkamii akka taʼe ibsa balʼaa kennaniiru. Seenaa ilmaan namootaa keessatti ulaagaawwan kana kan guute nama tokko qofa dha.

Mootummaan Waaqayyoo Lafa Kan Bulchu Yoomi?

Duuka buutonni Yesuus amanamoo taʼan tokko tokkos waaʼee kanaa beekuu barbaadanii turan. Gaaffii isaaniitiif deebii kan kenne akkamitti?

Mootummaan Waaqayyoo Maal Raawwata?

Yesuus mootummaan rakkoowwan lafa irratti argaman kan hiiku Mootummaa Waaqayyoo qofa akka taʼe beeka ture. Mootummaan sun wanta amantii kee cimsu akkamii raawwateera?

Ammuma Mootummaa Waaqayyoo Deggeruuf Filadhaa!

Yesuus duuka buutonni isaa hundumaa dura Mootummicha akka barbaadan isaan gorseera. Kana gochuu kan dandeessu akkamitti?

Mootummaan Waaqayyoo Maali Dha?

Namoonni hedduun Mootummaan Waaqayyoo akka dhufu kadhatu, garuu Mootummaan Waaqayyoo maal akka taʼee fi maal akka raawwatu yaaddee beektaa?