MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Muddee 2020

Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Guraandhala 1-28, 2021⁠tti qoʼataman qabateera.

Gaaffii Dubbisitootaa

Yaadni Phaawulos ergamaan dubbatee fi 1 Qorontos 15:29 irratti argamu, Kiristiyaanonni yeroo sana turan tokko tokko warra duʼaniif jecha cuuphamaa akka turan argisiisaa?

Gaaffii Dubbistootaa

Fakkeenyi 24:16, “Namni qajeelaan siʼa torba kufuu dandaʼa; deebiʼees ni kaʼa” jedha. Kun nama irra deddeebiʼee cubbuutti kufu, garuu Waaqayyo immoo dhiifama isaaf godhu argisiisaa?