MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Muddee 2021

Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Amajjii 31–Guraandhala 27, 2022⁠tti qoʼataman qabateera.

MATA DUREE QOʼANNAA 48

“Qulqulloota Taʼaa”

Ni Yaadattaa?

Masaraa Eegumsaa waggaa kanaa dubbisuun kee si gammachiiseeraa? Mee wanta yaadattu ilaali.

Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa fi Dammaqaa! 2021

Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa fi Dammaqaa! 2021 mata duree mata dureedhaan tarreeffaman.