MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Guraandhala 2022
Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Ebla 4–Caamsaa 1, 2022tti qoʼataman qabateera
MATA DUREE QOʼANNAA 6
Yihowaan Yeroo Hunda Wanta Sirrii Akka Raawwatu ni Amantaa?
MATA DUREE QOʼANNAA 7
“Dubbii Ogeeyyii Dhaggeeffadhu”
MATA DUREE QOʼANNAA 8
Gorsi Kennitu ‘Garaa Namaa kan Gammachiisu’ Dhaa?
MATA DUREE QOʼANNAA 9
Warra Kaan Tajaajiluudhaan Fakkeenya Yesuus Hordofi
Kana Beektaa?
Israaʼelonni durii gabbara kan kennan maaliif ture?
Kana Beektaa?
Yihowaan Israaʼelonni gugee gosa lama aarsaa godhanii akka dhiheessan heyyamuun isaa gaarii kan taʼe maaliifi?