MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Hagayya 2023

Maxxansi kun mata dureewwan Onkololeessa 9–Sadaasa 5, 2023​tti qoʼataman qabateera.

MATA DUREE QOʼANNAA 33

Fakkeenya Daaniʼelirraa Baradhu

Torban Onkoloolessa 9-15, 2023 keessatti kan qoʼatamu

MATA DUREE QOʼANNAA 34

Raajii Kitaaba Qulqulluurraa Baradhaa

Torban Onkoloolessa 16-22, 2023 keessatti kan qoʼatamu.

Hiriyaan Gaaʼelaa Kee Poornoogiraafii yoo Ilaale Maal Gochuu Dandeessa?

Haati manaa araada poornoogiraafii ilaaluu abbaan manaa ishii qabu akka injifatu gargaaruu fi deebiʼanii akka wal amananiif waliin hojjechuu kan dandaʼan akkamitti?

MATA DUREE QOʼANNAA 35

Obsuu Kee Itti Fufi

Torban Onkoloolessa 23-29, 2023 keessatti kan qoʼatamu

MATA DUREE QOʼANNAA 36

Baʼaa Kee Baadhu, Kaanimmoo Ofirraa Gati

Torban Onkoloolessa 30–Sadaasa 5, 2023 keessatti kan qoʼatamu.