MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Onkoloolessa 2023

Maxxansi kun mata dureewwan Muddee 11, 2023–Amajjii 7, 2024​tti qoʼataman qabateera.

1923—Waggaa Dhibba Tokko Dura

Barri 1923 bara Barattoonni Kitaaba Qulqulluu baayʼee itti jajjabaatanidha; waaqeffannaan isaanii fi hojii lallabaa isaaniirrati tokkummaan isaanii ifatti mulʼateera; yeroo harʼaatti tokkummaan akkasii waaqeffannaa dhugaa adda baasee beeksisa.

MATA DUREE QOʼANNAA 42

‘Ajajamuuf Qophoofteettaa’?

Torban Muddee 11-17, 2023 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 43

“Inni Isin Jabeessa”—Akkamitti?

Torban Muddee 18-24, 2023 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 44

Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qori

Torban Muddee 25-31, 2023 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 45

Mirga Mana Qulqullummaa Hafuuraa Keessatti Yihowaa Waaqeffachuuf Argattan Dinqisiifadhaa

Torban Amajjii 1-7, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

Gaaffii Dubbistootaa

Israaʼelonni yeroo lafa onaa keessa turanitti mannaa fi simbirroodhaan alatti wanta nyaatan qabu turanii?