MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Ebla 2024
Maxxansi kun mata dureewwan Waxabajjii 10–Adoolessa 7, 2024tti qoʼataman qabateera.
MATA DUREE QOʼANNAA 14
“Gara Bilchinaatti Deemuuf Carraaqqii” Godhi
Torban Waxabajjii 10-16, 2024 keessatti kan qoʼatamu.
MATA DUREE QOʼANNAA 15
Dinqisiifannaa Jaarmiyaa Yihowaatiif Qabdu Cimsadhu
Torban Waxabajjii 17-23, 2024 keessatti kan qoʼatamu.
MATA DUREE QOʼANNAA 16
Tajaajila Keenyatti Caalaatti Gammaduu kan Dandeenyu Akkamitti?
Torban Waxabajjii 24-30, 2024 keessatti kan qoʼatamu.
MATA DUREE QOʼANNAA 17
Jannata Hafuuraa Keessaa hin Baʼin
Torban Adoolessa 1-7, 2024 keessatti kan qoʼatamu.
SEENAA JIREENYAA
Dadhabinni Koo Humni Waaqayyoo Akka Mulʼatu Godheera
Obboleessi keenya Erkii Maakelaan yeroo Kolombiyaatti naannoowwan finciltoonni meeshaa hidhatan jiranitti misiyoonii dirree taʼee tajaajilaa turettis taʼe yeroo kaanitti rakkoowwan tajaajila yeroo guutuu keessatti isa mudatan dandamachuuf Yihowaan akkamitti akka isa gargaare ibseera.
Kana Beektaa?
Namoonni biyya ormaa raayyaa Daawit Mootichaa keessatti tajaajilaa kan turan maaliifi?