Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Sitti haa Mulʼatu

Sitti haa Mulʼatu

Garagalfadhu:

  1. 1. Jireenyi baʼaa taʼeera.

    Baayʼee natti ulfaateera.

    Garuu abdiin naaf kennameera

    Yeroon isaas dhihaateera.

    (BUUSAA)

    Mee dhibeen bade sittʼ haa mulʼatu,

    Yeroo ijoollummaatti deebitu.

    Sittʼ haa mulʼatu yeroo hirribaa kaanu,

    “Jireenya haaraaf galatoomi!” yeroo jennu.

  2. 2. Matumaa gurri koo in dide,

    Iji koos arguu dadhabe.

    Dhiheenyatti fayyaa nan taʼa.

    Gurri koos aaga dhagaʼaa.

    (BUUSAA)

    Mee dhibeen bade sittʼ haa mulʼatu,

    Yeroo ijoollummaatti deebitu.

    Sittʼ haa mulʼatu yeroo hirribaa kaanu,

    “Jireenya haaraaf galatoomi!” yeroo jennu.

    (CEESISA)

    Hin barbaadu jireenya akkasii.

    Yaa Waaqa koo keessaa na baasi!

    (BUUSAA)

    Mee dhibeen bade sittʼ haa mulʼatu,

    Yeroo ijoollummaatti deebitu.

    Yeroo hundumtuu gammadee kuruphisu!

    Waaqni kana sittʼ haa mulʼisu.

    (BUUSAA)

    Mee dhibeen bade sittʼ haa mulʼatu,

    Yeroo ijoollummaatti deebitu.

    Sittʼ haa mulʼatu yeroo hirribaa kaanu,

    Jireenyaaf yoo galateeffannu