Ni Argita
Garagalfadhu:
1. Dunuunfadhu ni argita
Addunyaa haaraa nagaa qabu.
Hin shakkin,
Ilaali.
Mee ʼlaali.
2. Kun abjuu miti atuu beekta.
Waadaa Waaqayyo nuuf galedha
Hin shakkin,
Siif taʼa.
Ilaali.
(BUUSAA)
Mee ʼlaali—
Hunduu gammadee kolfaa jira.
Argita—
Waaqni wanta jedhe ni raawwata.
3. Inni awwaalames duʼaa kaʼee,
Ni argita; si faana jiraata.
Hin shakkin,
Ilaali.
Mee ʼlaali.
4. Dhibee fi booʼichi badeera
Yeroo hundumaaf seenaa taʼeera.
Hin shakkin,
Ilaali.
Mee ʼlaali.
(BUUSAA)
Mee ʼlaali—
Hunduu gammadee kolfaa jira.
Argita—
Waaqni wanta jedhe ni raawwata.
5. Dubbiin Yihowaa naaf gaʼaadha.
Ija ʼmantiin natti mulʼata.
(CEESISA)
Cimaadha
Abdiin koo,
An nan arga
Mirkanaaʼaa taʼeera,
Ani—
6. Dunuunfadhu waliin deemna
Iddoo nagaaf boqonnaa dhaqna.
Hin shakkin,
Ilaali.
Mee ʼlaali.