Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?

Kitaabni Kitaaba Qulqulluu qo‵achuuf qophaaʼe kun barumsawwan Kitaaba Qulqulluu garaa garaa kanneen akka, kan rakkannu maaliifi, yeroo duunu maal taana, jireenya maatii gammachiisa taʼe qabaachuu kan dandeenyu akkamitti fi kkf akka barattu si gargaaruuf qophaaʼe.

Kun Kaayyoo Waaqayyoo Turee?

Yeroo ammaatti rakkoon kan baayʼate maaliifi jettee yaadda taʼa. Waaʼee jijjiirama dhugaa Macaafni Qulqulluun dubbatuu fi sis si fayyadu dhiheenyatti akka dhufu beektaa?

BOQONNAA 1

Waaqayyoon Ilaalchisee Barumsi Sirrii Taʼe Isa Kami?

Waaqayyo waaʼee kee akka yaadu sitti dhagaʼamaa? Waaʼee eenyummaa isaa fi isatti dhihaachuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe baradhu.

BOQONNAA 2

Macaafni Qulqulluun—Kitaaba Waaqayyo Namootaaf Kennedha

Macaafni Qulqulluun rakkoowwan dhuunfaa moʼuuf kan si gargaaru akkamitti? Raajiiwwan Macaafa Qulqulluu kan amantu maaliifi?

BOQONNAA 3

Kaayyoon Waaqayyo Lafaaf Qabu Maalinni?

Kaayyoon Waaqayyo lafa kana jannata gochuuf baase ni raawwatamaa? Taanaan, Yoom?

BOQONNAA 4

Yesus Kiristos Eenyu?

Yesus Masiihicha abdachiifame kan taʼe maaliif akka taʼe, eessaa akka dhufee fi ilma Yihowaa isa tokkicha maaliif akka taʼe baradhu.

BOQONNAA 5

Furiin—Kennaa Waaqayyoo Isa Hunda Caaludha

Furiin maalidha? Furicha irraa fayyadamuu kan dandeessu hoo akkamitti?

BOQONNAA 6

Warri Duʼan Eessa Jiru?

Yaada Macaafni Qulqulluun warri duʼan eessa akka jiranii fi namoonni kan duʼan maaliif akka taʼe ilaalchiise dubbatu irraa baradhu.

BOQONNAA 7

Jaalleewwan Kee Warri Duʼan Abdii Akkamii Qabu?

Nama jaallattu duʼaan dhabdeettaa? Deebisanii isaan arguun ni dandaʼamaa? Wanta Macaafni Qulqulluun duʼaa kaʼuu ilaalchisee barsiisu baradhu.

BOQONNAA 8

Mootummaan Waaqayyoo Maalidha?

Namoonni hedduun kadhannaa kadhannaa gooftaa jedhamu beeku. Yaadni, “Mootummaan kee haa dhufu” jedhu maal jechuudha?

BOQONNAA 9

Kan Jiraannu “Guyyoota Gara Dhumaa” Keessadhaa?

Gochii fi amalli namootaa naannoo keenyatti arginuu, Yeroo Macaafni qulqulluun “guyyoota gara dhumaa” jedhee waamu keessa jiraachaa akka jirru nuuf mirkaneessu.

BOQONNAA 10

Qaamonni Hafuuraa—Nu Miidhuu Kan Dandaʼan Akkamitti?

Macaafni Qulqulluun waaʼee ergamootaa fi waaʼee hafuurota hamoo ni dubbata. Dhugumaan qaamonni hafuuraa jiruu? Si miidhuu hoo ni dandaʼuu?

BOQONNAA 11

Waaqayyo Rakkinni Akka Jiraatu Maaliif Heyyame?

Namoonni baayʼeen rakkina addunyaa kana irra gaʼuuf kan itti gaafatamu waaqayyodha jedhu. Atoo maal jetta? Wanta Waaqayyo rakkina ilaalchisee dubbatu baradhu.

BOQONNAA 12

Jireenya Waaqayyoon Gammachiisu Jiraachuu

Jireenya Yihowaa gammachiisu jiraachuun ni dandaʼama. Kana malees, michuu Isaa taʼuu ni dandeessa.

BOQONNAA 13

Ilaalcha Waaqayyo Lubbuudhaaf Qabu Qabaadhu

Waaqayyo ulfa baasuu, dhiiga fudhachuu fi lubbuu bineensotaaf ilaalcha akkamii qaba?

BOQONNAA 14

Karaa Itti Jireenya Maatiikee Gammachiisaa Gochuu Dandeessu

Jaalalli Yesus argisiise fakkeenya abbootii manaa, haadhotii manaa fi ijolleen hordofuu qabani dha.Isa irraa maal baranna?

BOQONNAA 15

Waaqeffannaa Waaqayyo Biratti Fudhatama Qabu

Qabxiilee namoota amantii dhugaa hordofan adda baasan ja‵a qoradhu.

BOQONNAA 16

Waaqeffannaa Dhugaa Cina Dhaabadhu

Waa‵ee amantii keetii namoota kaanitti yeroo himtu maaltu si rakkisa? sodaa malee kana gochuu kan dandeessu akkamitti?

BOQONNAA 17

Kadhannaadhaan Waaqayyotti Dhihaachuu

Yeroo kadhattu Waaqayyo si dhaga‵aa? Deebii kanaa argachuuf, wanta Macaafni Qulqulluun kadhannaa ilaalchisee barsiisu barachuu qabda.

BOQONNAA 18

Cuuphaafi Walitti Dhufeenya Waaqayyoo Wajjin Qabdu

Cuuphamuuf tarkaanfiiwwan akkamiitu barbaachisa? Cuuphaan maal akka argisiisuu fi akkamitti raawwatamuu akka qabu baradhu.

BOQONNAA 19

Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eeguu

Wanta Waaqayyo nuu godhe hundaaf jaalalaa fi galata qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

KUTAA DABALATAA

Barbaachisummaa Maqaa Waaqayyoofi—Hiikasaa

Hiikawwan Macaafa Qulqulluu hedduu keessaa maqaan Waaqayyoo inni dhunfaan baafameera. Maaliif? Maqaa Waaqayyoo fayyadamuun barbaachiisaadhaa?

KUTAA DABALATAA

Raajiin Daani’el Dhufaatii Masiihichaa Dursee Kan Dubbate Akkamitti?

Waaqayyoo waggaa 500 ol dura guyyaa sirrii Masiihichi itti mul‵atu dubbate. Waa‵ee seenaa dinqisiisaa kanaa baradhu!

KUTAA DABALATAA

Yesus Kiristos—Masiihii Isa Abdachiifame

Yesus, raajii Macaafni Qulqulluun Masiihiicha ilaalchisee dubbate hunda raawwateera. Macaafa Qulqulluu kee irraa raajiiwwan kun tokko tokkoon akkamitti akka raawwataman hubachuuf yaali.

KUTAA DABALATAA

Abbaa, Ilmaafi Hafuura Qulqulluu Ilaalchisee Dhugaansaa Maalidha?

Namoonni hedduun barumsi sillaasee barumsa Macaafa Qulqulluu akka taʼe amanu. Kun garuu dhugaadha?

KUTAA DABALATAA

Kiristiyaanonni Dhugaa, Waaqeffannaasaanii Keessatti Fannoodhaan Kan Hin Gargaaramne Maaliifi?

Dhuguma Yesus kan du‵e fannoo irratti turee? Deebii isa Macaafa Qulqulluu irraa dubbisi.

KUTAA DABALATAA

Irbaata Gooftaa—Ayyaana Waaqayyoof Ulfina Fidu

Kiristiyaanonni Ayyaana Yaadannoo du‵a Yesus akka kabajan jajjabeefamaniiru.Ayyaanni kun Yoomiifi akkamitti kabajamuu qaba?

KUTAA DABALATAA

“Lubbuu” fi “Hafuura”—Hiikni Jechoota Kanaa Maalidha?

Namoonni baay‵een du‵a booda wanti hin argamneefi qaama namaa irraa adda ba‵ee jiraatu jira jedhanii yaadu. Dubbiin Waaqayyoo maal nutti hima?

KUTAA DABALATAA

Sii’oliifi Hedees Jechuun Maal Jechuudha?

Macaafonni Qulqulluun tokko tokko jechoota Sii‵oliifi hedees jedhamaniif “awwaalcha” ykn “bakka gubbannaa” jedhutti fayyadamaniiru. Hiikni jechoota kanaa maali dha?

KUTAA DABALATAA

Guyyaan Firdii Maalidha?

Guyyaan firdii namoota amanamoo ta‵an hundaaf guyyaa gammachiisaa kan ta‵e akkamitti akka ta‵e baradhu.

KUTAA DABALATAA

Bara 1914—Waggaa Raajii Macaafa Qulqulluu Keessatti Iddoo Guddaa Qabu

Barri 1914 iddoo guddaa qabaachuu isaa ragaan Macaafa Qulqulluu nuuf mirkaneessu jiraa?

KUTAA DABALATAA

Angafa Ergamootaa Kan Ta’e Mikaa’el Eenyudha?

Macaafni Qulqulluun eenyummaa angafa ergamootaa nutti hima. Waa‵ee isaa fi wanta yeroo ammaatti gochaa jiru caalatti baradhu.

KUTAA DABALATAA

‘Baabilon Guddittii’ Adda Baasanii Beekuu

Kitaabni Mul‵ataa waa‵ee dubartii ‘Baabilon Guddittii’jedhamtuu dubbata. Dubartii dhugumaan jirtudhaa? Macaafni Qulqulluun waa‵ee ishee maal jedha?

KUTAA DABALATAA

Yesus Kan Dhalate Ji’a Muddeetti Turee?

Haala Qilleensaa yeroo Yesus dhalatetti ture qorachuuf yaali. Wanti kun maal nu hubachiisa?

KUTAA DABALATAA

Guyyoota Ayyaanaa Kabajuu Qabnaa?

Ayyaanonni naannoo keetti iddoo guddaa qaban baay‵een kan jalqabaman akkamitti? Deebiin isaa si dinqisiisa ta‵a.