Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2018

Sagantaa Walgaʼii Naannoo Dhugaa Baatota Yihowaa 2018 ‘Ija Jabeeyyii Taʼaa’! jedhamuuf qophaaʼe.

Sanbadduraa

Sagantaan guyyaa kanaa Iyaasuu 1:7 isa “Cimi, ija jabaadhus!” jedhu irratti kan hundaaʼedha.

Dilbata

Wantoonni gara fuulduraatti raawwataman sabni Waaqayyoo ija jabina akka argisiisan isaan irraa eegu.

Odeeffannoo

Walga‵ii naannoo ilaalchisee odeeffannoo si barbaachisu argachuu dandeessa.