Noh—Waaqayyoo Wajjin ni Deeme
Noh nama amanamaa Waaqayyoo wajjin deeme dha. Garuu Yihowaan Nohiin kan filate maaliifi? Wanti adda isa godhe maalii dha? Wanti Noh raawwate ofii isaas taʼe maatii isaa, akkasumas namoota yeroo harʼaa jirru hundumaa kan fayyade akkamitti akka taʼe ilaali.
Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa
BARUMSA KITAABA QULQULLUU KOO
Doonii Noh
Waaʼee bineensota doonii Noh keessa seenanii badiisa irraa oolanii ijoollee keessan barsiisaa.