Jaalalli Dhugaan Maalidha?

Seenaawwan jaalalaa kitaabotarratti baʼan yeroo tokko tokko dhumnisaanii gaddisiisaadha; jaalalli dhugaan garuu dhugaawwan buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu hin jijjiiramnerratti hundaaʼa.

Jaalalli Dhugaan Maalidha?—Seensa

Gaaʼelaaf wal qorachuu wajjin walqabatee aadaan garaagaraa jiraatus dhugaawwan buʼuuraa viidiyicha keessatti ibsamanirraa fayyadamuu dandeessa.

Jaalalli Dhugaan Maalidha?

Viidiyoo kanarraa Kiristiyaanonni hiriyaa gaaʼelaa gaarii filachuufis taʼe gaaʼela erga dhaabbatanii booda jaalala dhugaa walitti argisiisuuf dhugaawwan buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu kan isaan gargaaran akkamitti akka taʼe ilaali.