‘Waaqayyo Gooftaa fi Kiristos Isa Godhe’

Yeroo tokko tokko amantiin keenya badee shakkuu jalqabuu dandeenya. Amantii Masiihicha isa Mootii Mootummaa Waaqayyoo taʼe irratti qabdu cimsadhu.

‘Waaqayyo Gooftaa fi Kiristos Isa Godhe’ (Kutaa 1)

Waaqayyoo Yesuusiin Gooftaa fi Kiristos akka godhe wanti si amansiisu maali dha?

‘Waaqayyo Gooftaa fi Kiristos Isa Godhe’ (Kutaa 2)

Wanta amantii cimaa qabaachuuf si gargaaru ilaali.