“Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa”

Kitaabni kun dhugaawwan buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu hojii irra oolchuu keessan akka itti fuftanii fi jaalala Waaqayyoo keessatti akka of eegdan isin gargaara.

Xalayaa Qaama Olaanaa Irraa Ergame

Qaamni Olaanaa Dhugaa Baatota Yihowaa, namni Yihowaa jaallatu kam iyyuu fakkeenya Yesuus isa jaalala Abbaa isaa keessatti of eegee akka hordofu jajjabeessu.

BOQONNAA 1

“Jaalalli Waaqayyoo Isakana’oo”

Kitaabni Qulqulluun waaqayyoon jaallachuu keenya argisiisuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe nuu ibsa.

BOQONNAA 2

Yaada Garaa Si Hin Ceephaane Qabaachuu Kan Dandeessu Akkamitti?

Yaada garaa qulqulluu waaqayyo duratti garuu qulqulluu hin taane qabaachuun ni dandaʼamaa?

BOQONNAA 3

Warra Waaqayyo Jaallatu Jaallachuu

Yihowaan hiriyoota isaa of eeggannoodhaan filata, nutis akkasuma gochuu qabna.

BOQONNAA 4

Aboo Kabajuu Kan Qabnu Maaliifi?

Kitaabni Qulqulluun karaawwan guguddaa Waaqayyo aboo warra kaanii akka kabajnu itti nurraa eegusadi adda baasee ibsa.

BOQONNAA 5

Akka Itti Biyya Lafaarraa Adda Ba’anii Jiraachuun Danda’amu

Dubbiin Waaqayyoo karaawwan biyya lafaa kana irraa adda baʼuu itti qabnu shan ibsa.

BOQONNAA 6

Bashannana Gaarii Filachuun Kan Danda’amu Akkamitti?

Gaaffileen sadi filannoo ogummaa irratti hundaaʼe gochuuf si gargaaru.

BOQONNAA 7

Akkuma Waaqayyoo, Jireenyaaf Bakka Guddaa Kennitaa?

Lubbuudhaaf kabaja qabaachuun, nama ajjeesuu dhiisuu caalaa waan dabalatu qabaa?

BOQONNAA 8

Waaqayyo Namoota Qulqulluu Ni Jaallata

Kitaabni Qulqulluun gochawwan Waaqayyoo duratti si xureessan irraa akka fagaatt si gargaaruu dandaʼa.

BOQONNAA 9

“Halalummaa Baqadhaa!”

Waggaa waggaatti, kiristiyaanooni kumaan lakkaʼaman halalumaa raawwatu. Ati kiyyoo kanaan akka hin qabamneef maal gochuu dandeessa?

BOQONNAA 10

Gaa’elli Kennaa Waaqa Jaalala Qabeessarraa Kennamedha

Gaaʼela milkaaʼina qabu godhachuuf akkamitti qophaaʼuu dandeessa? Gaaʼela kan godhatte yoo taate immoo hamma dhumaatti akka itti fufu gochuu kan dandeessu akkamitti?

BOQONNAA 11

“Gaa’elli Hundumaa Biratti Ulfina-Qabeessa Haa Ta’u”

Gaaffii jaʼatti fayyadamtanii yoo of qortan gaaʼela keessan fooyyessuu dandeessu

BOQONNAA 12

Dubbii ‘Ijaarsaaf Tolu’ Dubbadhaa

Dubbiin namoota kaan miidhuu ykn ijaaruu danda‵a. Dubbii isa kennaa taʼe karaa yihowaan barbaaduun itti fayyadamuu baradhu.

BOQONNAA 13

Ayyaanawwan Waaqayyoon Hin Gammachiisne

Ayyaanawwan tokko tokko waaqayyoof ulfina kennuuf kan qophaaʼan fakkaatanis waaqa kan aarsanidha.

BOQONNAA 14

Karaa Hundumaa Amanamaa Ta’i

Warra kaaniif amanamoo taʼuu keenya dura tarkaanfiin jalqaba irratti fudhachuu qabnu jira.

BOQONNAA 15

Wanta Itti Dadhabdetti Gammadi

Deebiin gaaffiiwwan ijoo taʼan shaniif kennitu, hojii tokko hojjechuuf ykn dhiisuuf akka murteessitu si gargaara.

BOQONNAA 16

Seexanaafi Haxxummaasaatiin Mormi

Seexanni humna akka qabu beeknus, sodaachuu hin qabnu. Maaliif?

BOQONNAA 17

‘Amantii Keessan Isa Hundumaa Caalaa Qulqulluurratti Of Ijaaraa!’

Tarkaanfiiwwan amantii kee cimsuudhaan jaalala waaqayyoo keessatti of eeguuf si gargaaran sadii.

KUTAA DABALATAA

Nama Gumii Keessaa Baafame Akkamitti Ilaaluu Qabna?

Nama akkasiirraa guutumaatti fagaachuun barbaachisaadhaa?

KUTAA DABALATAA

Dubartiin Tokko Haguuggachuu kan Qabdu Yoomi? Maaliif?

Wantootni Macaafni Qulqulluun ibsu sadii deebii isaa argachuuf si gargaara.

KUTAA DABALATAA

Alaabaaf Ulfina Addaa Kennuu, Filannoofi Tajaajila Hawaasummaa

Gama kanaan qajeelfamawwan macaafa qulqulluu kamtu yaada garaa qulqulluu qabaachuuf si gargaara?

KUTAA DABALATAA

Qoqqoodama Dhiigaafi Yaalii Fayyaa Dhagna Baqaqsuu

Tarkaanfiiwwan salphaa taʼan fudhachuudhaan, rakkoowwan yaalii fayyaa irratti si mudatan mooʼuu dandeessa.

KUTAA DABALATAA

Barsiifata Qaama Hormaataa Ofii Sukkuumuun Gammaduuf Godhamu Mo’uu

Gocha xuraaʼaa kana moʼuu kan dandeessu akkamitti?

KUTAA DABALATAA

Wal Hiikuufi Gargar Ba’uu Ilaalchisee Macaafni Qulqulluun Maal Jedha?

Akka Macaafni Qulqulluun jedhutti namni hiriyaa gaaʼelaasaa hiike tokko yoom deebiʼee gaaʼela godhachuu dandaʼa?

KUTAA DABALATAA

Waldhabiinsa Daldalaa Wajjin Wal Qabatee Uumamu Hiikuu

Kiristiyaanni tokko nama hidhata amantii isaa taʼe seeratti dhiheessuu ni dandaʼaa?