Mata Dureewwan Dabalataa

Kun mata duree dhimmoota gara garaa garaa walitti aansanii baʼan qabatee fi mata dureewwan fuula jalqabaa jw.org irratti baʼan hedduu kan dabalatu dha. Mata dureewwanii fi viidiyoowwan kanneen ogummaa hojii irra ooluu dandaʼuu fi Kitaaba Qulqulluu keessa jiruun amantii kee cimsachuuf itti fayyadami.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Eenyutti Amanamuu Dandeenya?—⁠Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Eenyutti amanamuu akka qabdu baradhu.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Olompiikiin Dhuguma Namoota Tokko Gochuu Dandaʼaa?—⁠Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Namoonni biiliyoonaan lakkaaʼaman Tapha Olompiikii 2024 waqtii bona Awurooppaatti geggeeffamaa jiruu fi atleetonni biyyoota 206 keessaa dhufan irratti hirmaatan daawwachaa jiru. Taphawwan akkasii nagaa fi tokkummaa fiduu dandaʼuu?

DAMMAQINAAN EEGAA!

Fincila Siyaasaa—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Fincilli siyaasaa fi wal dhabiinsi uumamaa jiru barabaraaf itti hin fufu. Kitaabni Qulqulluun kun akkamitti akka taʼu ibsa.

DAMAQINAAN EEGAA!

Weebsaayitiin Hawaasaa Ijoollee Keessan Miidhaa Jiraa?—⁠Kitaabni Qulqulluun Warra Gargaaruu Kan Danda’u Akkamitti?

Kitaabni Qulqulluun warri balaa miidiyaa hawaasaarraa ijoollee isaanii akka eegan gargaaruu ni dandaʼa.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Addunyaa Maratti Seeraa Alummaan Dabaleera—⁠Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Addunyaa maratti seera alummaan maaliifi akka babalʼate baradhu.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Naamusni Gaariin kan Bade Maaliifi?—⁠Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Naamusni namootaa yeroo kamiyyuu caalaa mancaʼeera. Kitaabni Qulqulluun kun kan taʼe maaliif akka taʼe ni dubbata, dubbii fi amala naamusa qabu ilaalchisees qajeelfama amansiisaa kenna.

Nageenya Dubartootaa​—⁠Yaada Kitaaba Qulqulluu

Nageenyi dubartootaa Waaqayyoon ni yaaddessa. Nageenyi kee Waaqayyoon kan yaaddessu maaliif akka t⁠a⁠ʼee fi miidhaa dubartoota irra g⁠a⁠ʼu ilaalchisee tarkaanfii akkamii akka fudhatu baradhu.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Waraanni Yoom Dhaabbata?—⁠Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Yeroo dhihootti waraanni hundi ni bada. Kitaabni Qulqulluun kun kan taʼu akkamitti akka taʼe ni ibsa.

Kophummaa Isinitti Dhagaʼamu Dandamachuuf Namoota Kaan Gargaaraa—⁠Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Namoota kaan gargaaruudhaan karaa itti of gargaaruu dandeessu lama hubadhu.

DUULA AYYAANA YAADANNOO

Yesuus Yakka ni Balleessa

Dinqisiifannaa wanta Yesuus nuuf godhee fi gara fuulduraatti nuuf godhuuf qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

DUULA AYYAANA YAADANNOO

Yesuus Hiyyummaa ni Balleessa

Wantoota Yesuus kanaan dura raawwatee fi gara fuulduraattis nuu raawwatuuf dinqisiifannaa akka qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

DUULA AYYAANA YAADANNOO

Yesuus Waraana ni Balleessa

Wantoota Yesuus nuuf raawwatee fi gara fuulduraatti nuuf raawwatuuf dinqisiifannaa qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

DAMMAQINAAN EEGAA!

Maallaqni Tiriiliyoonaan Lakkaaʼamu Waraanaaf Ooleera—⁠Dhugumaan Baasii Hangamiitu Baʼa?

Dhiheenyatti qabeenyi addunyaa sababii itti waraanaaf hin oollee fi miidhaa waraanni geessise akkamitti akka dhabamsiifamu baradhu.

Michummaa Uumuudhaan Kophummaa Dandamachuu—Kitaabni Qulqulluun Nu Gargaaruu kan Dandaʼu Akkamitti?

Qajeelfamoota Kitaaba Qulqulluu kophummaa moʼuuf si gargaaruu dandaʼan lama baradhu.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Namoonni Baayʼeen Namoota Siyaasaarratti Amantii Dhabaa Jiru—⁠Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Kitaabni Qulqulluun nama amannu of eeggannoodhaan akka filannuu fi yeroo gara fuulduraa ilaalchisee furmaata amansiisaa argachuu kan dandeenyu eessaa akka taʼe ni dubbata.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Dhiheenyatti Waraanni Addunyaa ni Geggeeffamaa Laata?—⁠Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Kitaabni Qulqulluun bara keenyatti waraanni akka babalʼatu qofa utuu hin taʼin akkamitti akka balleeffamus dubbateera.

Waaqayyo Namoota Gurrisaanii hin Dhageenyeef ni Yaadaa?

Namoonni gurrisaanii hin dhageenyee fi addunyaa maratti argaman barumsa Waaqayyo qopheesserraa fayyadamaa jiru. Akkamitti akka taʼe ilaali.

Rakkinni Kophummaa Daran Dabalaa Jira—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Namoonni kophummaan isaanitti dhagaʼamu amma illee hamma tokko gammachuu argachuu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe baradhu.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Bara 2024​tti Abdii Qabaachuu​—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Abdiin Kitaaba Qulqulluu yeroo ammaatti jireenya gaarii akka jiraattu, gara fulduraattimmoo egeree ifa taʼe akka qabaattu si gargaara.

DAMMAQINAAN EEGAA!

2023 Bara Dhiphinaa Ture—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Kitaabni Qulqulluun taateewwan bara 2023​tti raawwataman maal akka argisiisan ni ibsa.

Kophummaan Babalʼateera—Dandamachuu kan Dandeessu Akkamitti?

Qajeelfamoota Kitaaba Qulqulluu kophummaa dandamachuuf si gargaaran lama ilaali.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Jibbi Hamma Kana kan Babalʼate Maaliifi?—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Jibbi yeroo harʼaatti addunyaa irra jiru hiikka addaa kan qabu maaliif akka taʼee fi Waaqayyo jibba kana dhabamsiisuuf maal akka godhu baradhu.

Addunyaa Maratti Rakkoo Bishaan Qulqulluu Dhabuu Ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Mootummaan Waaqayyoo wanta bulchitoonni ilmaan namootaa gochuu hin dandeenye, jechuunis wantoota rakkoo bishaaniitiif buʼuura taʼan ni dhabamsiisa.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Namoonni Nagaa Buusuu kan hin Dandeenye Maaliifi?—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Sababiiwwan namoonni waraana dhaabsisuu itti hin dandeenye sadii baradhu.

Barbaacha Huldiriik Ziwiingil Dhugaa Kitaaba Qulqulluu Argachuuf Godhe

Jaarraa 16​ffaatti Ziwiingil Dhugaawwan Kitaaba Qulqulluu hedduu hubateera, warri kaanis akkasuma akka godhan gargaareera. Jireenya isaa fi wanta inni itti amanu irraa maal barachuu dandeenya?

DAMMAQINAAN EEGAA!

Namoota Nagaa Eenyutu Oolcha?—Kitaabni Qulqulluun Maal jedha?

Kitaabni Qulqulluun Waaqayyo “guutummaa lafaa irraa waraana ni balleessa” jedha. Akkamitti?

DAMMAQINAAN EEGAA!

Armaagedoon Israaʼelitti Jalqabaa?—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Wanta Armaagedoon ilaalchisee Kitaaba Mulʼataa keessatti ibsamerraa deebiisaa ni argatta.

Dhugaan Ammayyuu Gatii Guddaa Qabaa?

Kitaabni Qulqulluun addunyaa miira ykn yaada dhuunfaa irratti hundaaʼee wanta dhugaa taʼe amanu keessatti dhugaa addaan baastee beekuuf si gargaara.

Rakkina Dinagdee—Mootummaan Waaqayyoo Maal Raawwata?

Kitaabni Qulqulluun waaʼee bulchiinsa walcaalmaa dabalatee rakkina dinagdee hunda furuu akka dubbatu beektaa?

Namoota Siyaasaa Ofittoo Taʼan—Mootummaan Waaqayyoo Maal Raawwata?

Mootummaan Waaqayyoo Geggeessaa amanamaa malaanmaltummaa irraa guutummaatti walaba taʼe kan nuuf argamsiisu akkamitti akka taʼe baradhu.

Miidhaawwan Pilaaneetii Keenya Irra Gaʼan—Mootummaan Waaqayyoo Maal Raawwata?

Mootummaan Waaqayyoo miidhaawwan pilaaneetii keenya irra gaʼaniif akkamitti furmaata akka kennu beekuuf carraaqqii godhi.

Yaalii Fayyaa—Mootummaan Waaqayyoo Maal Raawwata?

Mootummaan Waaqayyoo yaalii fayyaa nuyi barbaannu kan nuu kennu akkamitti akka taʼe beekuuf carraaqqii godhi.

DUULA ADDAA

Mootummaan Waaqayyoo Waraana Maal Godha?

Mootummaan Waaqayyoo nagaa fi tasgabbii dhugaa fiduu kan dandaʼu akkamitti akka taʼe beekuuf carraaqqii godhi.

Kitaabni Qulqulluun Hanqina Nyaataa Yeroo Ammaa Jiru Ilaalchisee Maal Jedha?

Hanqina nyaataa kana kan fide Waaqayyo miti; taʼus kun akka taʼu akeekkachiisa nuuf kenneera.

Akkaataa Jireenyaa Veegaaniizimii Ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Akkaataan jireenyaa veegaaniizimii pilaaneetii kanaaf egeree gaarii kan fidu taʼuu fi dhiisuu isaa baradhu.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Lolaa Cimaa—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Lolaan addunyaa maratti mudachaa jiru waa’ee bara keenyaa maal akka argisiisu baradhu.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Hanqina Nyaataa Sababii Waraanaa fi Jijjiirama Qilleensaatiin kan Kaʼe Caalaatti Hammaachaa Jiru—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Kitaabni Qulqulluun gorsa gaarii qofa utuu hin taʼin, wantoonni gara fuulduraatti akka fooyyaʼan abdii nuu kenna.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Hoʼa Cimaa Bona 2023​tti Addunyaa Maratti Mudate—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Kitaabni Qulqulluun Waaqayyo lafti akka baddu akka hin heyyamne dubbata.

Wal Dandaʼuu—Kitaabni Qulqulluun Obsa Argisiisuuf kan Gargaaru Akkamitti?

Caqasoonni kun Kitaabni Qulqulluun namoota hunda gidduutti nagaa fi kabajni akka dagaagu kan barsiisu taʼuu isaa argisiisu.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Abbaan Taayitaa Tokko Weebsaayitiin Hawaasaa Ijoollee Akka Miidhu Akeekkachiisan—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Qajeelfamoota Kitaaba Qulqulluu ijoollee kee eeguuf si gargaaran sadi ilaali.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Baasiin Addunyaa Maratti Waraanaaf Baʼu Doolaara Ameerikaa Tiriiliyoona 2 Caale—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Kitaabni Qulqulluun mootummoonni addunyaa humna guddaa qaban ol aantummaadhaaf akka wal morkatan dursee dubbateera, kunis qabeenya hedduu gumaachuu kan dabalatudha.

Wangeelli Maatewosii fi Wangeelli Yohaannis Afaan Mallattoo Jarmaniin Baʼe

Muddee 18, 2021, Wangeelli Maatewosii fi Wangeelli Yohaannis Afaan Mallattoo Jarmaniin baʼeera. Kutaawwan Kitaaba Qulqulluu guutummaatti yeroo hiikaman kun isa jalqabaati.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Hubannoo Namtolcheen (Artificial Intelligence) Nu Miidhamoo Nu Fayyada?—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Kitaabni Qulqulluun namoonni guddina gama teknooloojiitiin fidan wanta gaarii qofaaf faayidaarra oolchuu kan hin dandeenye maaliif akka taʼe nutti hima

Faayidaa Aarsaa Yesuusirraa Argamu

Duʼa Yesuusirraa faayidaa argachuuf wantoonni barbaachisoo taʼan lama maalidha?

DAMMAQINAAN EEGAA!

Waraanni Yuukreen Waggaa Tokko Guute—Kitaabni Qulqulluun Abdii Akkamii Kenna?

Waaʼee abdii Kitaaba Qulqulluu waraanni hundi akka badu ibsuu baradhu.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Dargaggoonni Baayʼeen Dhibee Sammuutiif Saaxilamaa Jiru—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Kitaabni Qulqulluun dargaggoota dhibee sammuu wajjin walʼaansoo gochaa jiran ni gargaara.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Kirkirri Lafaa Cimaan Turkii fi Sooriyaa Rukute—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Ergaan Kitaaba Qulqulluu namoota kirkira lafaa cimaa Turkii fi Sooriyaa rukuteen miidhaman ni jajjabeessa.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Saayintistoonni Saʼaatii Guyyaa Badiisaa Fuulduratti Siqsaniiru—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Kitaabni Qulqulluun badiisni akka dhufu kan dubbatu taʼus, sababiiwwan ilaalcha gaarii qabaannee itti fufuuf nu kakaasanis qabateera.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Dhugaa Baatota Yihowaa fi Duguuggaa Sanyii Warri Naazii Raawwatan—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Namoonni hedduun taateen duguuggaa sanyii kan akka warri Naazii raawwatanii irra deebiʼee raawwatama jedhanii sodaatu.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Wal Qixxummaan Sanyii Dhugoomuu Kan Dandaʼu Akkamitti?—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Namoonni miliyoonaan lakkaaʼaman akkaataa namoota kaan kabajaa fi ulfinaan itti qaban Kitaaba Qulqulluurraa barachaa jiru.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Siyaasaan Wal Qoqqooduun kan Baayʼate Maaliifi?—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Siyaasaan wal qoqqooduun addunyaa irratti babalʼachaa jira. Kitaabni Qulqulluun wanti kanaaf furmaata taʼu bulchaa namoota hunda tokko godhu akka taʼe dubbata.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Sababiiwwan Bara 2023 Abdiidhaan Eeggachuuf Nu Kakaasan—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Namoonni hedduun bara haaraatti wanta gaarii akka argatan abdatu. Misiraachoon Kitaaba Qulqulluu keessatti argamu ilaalcha gaarii qabaachuuf nu gargaara.

DAMMAQINAAN EEGAA!

2022: Bara Rakkinaan Guutame—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Hiika sirrii taʼeewwan dhiheenyatti raawwataman qaban nutti himuu kan dandaʼu Kitaaba Qulqulluu qofadha.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Dhuguma Waancaan Addunyaa Tokkummaa Argamsiisuu Dandaʼaa?—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Waancaan Addunyaa tapha kubbaa miilaa qofarratti kan xiyyeeffate akka hin taane mirkanaaʼeera.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Mootummoonni Wal Taʼiinsaan Hojjechuudhaan Faalama Qilleensaa Hambisuu Dandaʼuu?—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Kitaabni Qulqulluun gufuu guddaa fooyyaʼiinsi akka hin argamne godhe dursee dubbateera.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Bulchaa Isa Kam Filatta?—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Namoonni baayʼee gaarii taʼan illee humni isaanii daangeffamaadha; bulchaan adda taʼe tokko garuu jira.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Namoonni siyaasaa Armaagedoon dhiheenyatti akka dhufu akeekkachiisaniiru—Kitaabni Qulqulluun maal jedha?

Meeshaa niiwkulariitti fayyadamuun Armaagedoon akka eegalu gochuu dandaʼaa?

Hiiktota Lamaan Maqaa Waaqayyoo Kakuu Haaraa Keessatti Iddoosaatti Deebisan

Maqaa Waaqayyoo iddootti deebisuun kan barbaachise maaliifi? Dhimma xiyyeeffannaan kennamuufii qabudhaa?

Jajjabina Warra Nama Jaalatan Duʼaan Dhabaniif Taʼu

Yeroo nama jaalannu duʼaan dhabnutti namni gadda nutti dhagaʼamu nuuf hubatu akka hin jirre nutti dhagaʼama taʼa. Garuu Waaqayyo gadda nutti dhagaʼamu ni hubata, akkasumas nu gargaara.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Ongee Cimaa—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Rakkinni addunyaa maraa kun furamuu ni dandaʼaa? Gara fuulduraatti fooyyaʼuu ni dandaʼaa laata?

DAMMAQINAAN EEGAA!

Kiristiyaanonni Waraana Irratti Hirmaachuu Qabuu? Kitaabni Qulqulluun Maal jedha?

Kiristiyaanonni waraana irratti hirmaatan qajeelfama Yesuus hordofaa jiru jechuun ni dandaʼamaa?

DAMMAQINAAN EEGAA!

Hoʼi Addunyaa Garmalee Dabaleera—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Lafti kan irra hin jiraatamne taatii laata?

DAMMAQINAAN EEGAA!

Yakka Naasisaa Meeshaa Waraanaatiin Addunyaa Maratti Raawwatamu—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Hamminni akkasii ni bada jennee amanuuf sababii qabnaa?

DAMMAQINAAN EEGAA!

Lafti Mancaʼaa Jirti—Kana Ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Caqasni Kitaaba Qulqulluu tokko rakkoowwa haala qilleensaa pilaanetii keenya balaadhaaf saaxilan sadii ibsa.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Qaalaʼiinsa Jireenyaa Addunyaa Maratti Mudachaa Jiru—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Tasgabbii dhabuun diinagdee nu mudachaa kan jiru maaliif? Kitaabni Qulqulluun nu gargaaruu kan dandaʼu akkamitti?

DAMMAQINAAN EEGAA!

Dhukaasa Mana Barumsaatti Banamu—Kitaabni Qulqulluum Maal Jedha?

Taʼeewwan suukanneessoo taʼan kun kan raawwataman maaliifi? Hammeenyi akkasii dhabamsiifamuu ni dandaʼaa laata?

DAMMAQINAAN EEGAA!

Waraanni Yuukreenitti Geggeeffamaa Jiru Addunyaa Maratti Hanqinni Nyaataa Caalaatti Akka Hammaatu Godheera

Kitaabni Qulqulluun addunyaa maratti hanqinni nyaata akka taʼu raajii dubbatus, abdii ni kenna, amma illee akkamitti akka dandamannus gorsa gaarii nuuf kenna.

DAMMAQAA EEGAA!

Namoonni Miiliyoona 6 Taʼan KOOVIIDIIN Duʼaniiru—Kana Ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Kitaabni Qulqulluun golfaawwan namoota ajjeesan ilaalchisee raajii dubbateera, akkamitti akka dandamannus jajjabina nuuf kenna, golfaa hambisuudhaan furmaanni bara baraa akka argamus ni ibsa.

Malaanmaltummaan Abbootiin Taayitaa Raawwatan ni Badaa?

Mootummaa addaa kana keessa malaanmaltummaa akka hin jiraanne sababii itti amannu sadii ilaali.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Fakkiiwwan Waaqeffachuu Ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Waaqayyo waaqeffannaa keenya keessatti fakkiiwwan ykn bifawwan fakkeenyaatti yoo fayyadamne ni gammadaa?

DAMMAQINAAN EEGAA!

Amantaa fi Waraana Yuukreenitti Geggeeffamaa Jiru Ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Geggeessitoonni waldaalee amantaa gama lamaaniinuu jiran wanta Yesuus barattoonni isaa akka godhanii fi hin goone isaan ajaje irraa haala baayʼee faallaa taʼeen dhiibbaa gochaa jiru.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Namoota Hedduu Yuukreenii Baqachaa Jiran Irra Rakkinni Cimaan Gaʼaa Jira

Kitaabni Qulqulluun madda rakkinichaa fi wanta furmaata waaraa taʼu ni ibsa.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Raashiyaan Yuukreeniin Weerarte

Taʼeewwan kun maal akka argisiisan baradhu.

Kitaabni Qulqulluun Araada Qoricha Sammuu Hadoochu Fudhachuu Moʼuuf Si Gargaaruu Dandaʼaa?

Tarkaanfiiwwan Kitaaba Qulqulluu araada irraa bilisa baʼuuf si gargaaran.

Jijjiirama Qilleensaa fi Jireenya Egeree Keenya—Kitaabni Qulqulluun Kana Ilaalchisee Maal Jedha

Uumaan waaʼeen pilaaneetii keenyaa fi namoota ishii irra jiraatanii ni yaadaa?

Jireenyi Akka Duraaniitti ni Deebiʼaa Laata? Kitaabni Qulqulluun Jijjiirama Weerara Dhibeetiin Dhufe Dandamachuuf Akkamitti nu Gargaara?

Qajeelfamoota Kitaaba Qulqulluu ilaalcha sirrii qabaachuu fi haala gara fuulduraatti uumamu dandamachuuf gargaaran jaʼa.

Amantaan Siyaasa Keessa Galuu Qabaa?

Addunyaa maratti namoonni Yesuusiin hordofna jedhan hedduun siyaasa keessatti balʼinaan hirmaatu. Akkas gochuu qabu turanii?

Yeroo Itti Rakkinni Dinagdee hin Jiraanne ni Dhufaa?

Bulchiinsi guutummaa lafaa toʼatuu fi hiyyummaa, akkasumas rakkina dinagdee balleessu tokko jira.

Kitaabni Qulqulluun Balaa Jijjiiramni Qilleensaa Fidu Dandamachuuf Si Gargaaraa?

Kitaabni Qulqulluun balaan jijjiirama qilleensaatiin dhufu gaʼuu isaa dura, yeroo gaʼuttii fi erga gaʼee booda gorsa si fayyadu qabaateera.

Yeroon Shororkeessummaan hin Jirre ni Dhufaa Laata?

Sodaanii fi hammeenyi hamma balleeffamanitti, wantoota Kitaabni Qulqulluun akka goonu nu gorsu namoota shororkeessitummaan jireenya isaanii irratti miidhaa geessise akka dandamatan isaan gargaaruu dandaʼa.

Addunyaa Kun Dhiheenyatti ni Badaa? Apookiliipsiin maali dha?

Kitaabni Qulqulluun lafti akka hin banne kan dubbatu taʼus, addunyaan balleeffamu jira.

Odeeffannoo Dogoggoraa Irraa Of Eegi

Oduuwwan nama dogoggorsan, gabaasawwan sobaa fi yaadawwan hamminaaf dubbataman hedduu taʼuu isaanii irra iyyuu, miidhaa guddaa si irraan geessisuu illee ni dandaʼu.

Nama Jaallannu Yeroo Duʼaan Dhabnu

Tarkaanfiiwwan gadda sitti dhagaʼamu dandamachuuf si gargaaruu dandaʼan tokko tokko baradhu.

Qajeelfamni Kitaabni Qulqulluun Wanta Sirrii fi Dogoggora Taʼe Ilaalchisee Kennu Bara Keenyattis ni Hojjetaa?

Mee sababii qajeelfamoonni amala naamusaa Waaqayyoo faayidaa guddaa qabu itti jennu lama ilaali.

Dhiphina Toʼachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?

Gorsi qabatamaa fi caqasoonni Kitaaba Qulqulluu dhiphina hin barbaachisne toʼachuuf si gargaaran kam faʼi?

Abdii Amansiisaa Gara Fuulduraatti Raawwatamu

Abdii Kitaabni Qulqulluun kennu abdii ykn yaada namoonni kennan irraa adda kan taʼe maaliifi?

Amantiin Mala Kan Biraa Qarshii Ittiin Argatanidhaa?

Waldaa tokko tokko keessatti, namoonni achitti walitti qabaman baayʼeen isaanii harka qalleeyyii siʼa taʼan inni lallabu garuu baayʼee sooressadha.

Lafa Badiisa Irraa Kan Oolchu Eenyu?

Namoonni qilleensa naannoo irratti hayyoota taʼan, gochawwan ilmaan namootaa haala kanaan dura matumaa taʼee hin beekneen sanyiiwwan bineensotaa adda addaa lafa irra jiraatan balleessaa fi mancaasaa akka jiran dubbatu.

Dhiirota Dhiphatan Kitaabni Qulqulluun Gargaaruu kan Dandaʼu Akkamitti?

Dhiphinni rakkina ‘yeroo addaa baayʼee rakkisaa taʼe’ kana keessatti yeroodhaa gara yerootti dabalaa deemu dha. Dhiphachaa jirta yoo taʼe, gama kanaan Kitaabni Qulqulluun si gargaaruu ni dandaʼaa?

Dhiibbaa Dhibee Daddarbaan Fidu Dandamachuu

Of eeggachuu baannaan suutuma suuta qajeelfama COVID-19 hordofuuf fedhii dhabuu jalqabuu dandeenya.

Iyyi Namoonni Haqa Argachuuf Dhageessisan Deebii ni Argata Laata?

Kitaabni Qulqulluun haqni dhugaan kan argamu Waaqayyo isa lubbuu ilmaan namootaa hundaa qixxeetti ilaalu bira akka taʼe ibsa.

Galii Xinnoodhaan Jiraachuu kan Dandeessu Akkamitti?

Akkuma tasaa galii dhabuun kan nama dhiphisu taʼus, gorsa gaarii Kitaaba Qulqulluurraa argamurratti hundaaʼuudhaan tarkaanfii tokko tokko fudhachuun kee maallaqa xinnoodhaan jiraachuuf si gargaara.

Kophummaa Dandamachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?

Yeroo kophaa kee taatutti abdii fi gammachuu argachuu kan hin dandeenye fakkaachuu dandaʼa; garuu akkas miti.

Yohaannis Cuuphaan Dhugumaan Nama Lubbuudhaan Jiraate Turee?

Barreessaa seenaa jaarraa jalqabaa kan ture Joseefas Yohaannis Cuuphaan nama dhuguma lubbuudhaan jiraate akka taʼetti ilaaleera. Nutis akkanuma goonee yaaduu dandeenya.

Barreeffamoota Bara Durii Iddoo Gosni Israaʼel Jiraate Mirkaneessu

Caccabni Samaariyaatti Argame Odeeffannoon Kitaaba Qulqulluu Keessatti Argamu Dhugaa Taʼuu Isaa Mirkaneesse.

Chaappaawwan Durii Maaliif Fayyadu Turan?

Chaappaawwan durii baayʼee barbaachisoo, akkasumas mootonnii fi bulchitoonni itti fayyadamaa kan turan akkamitti?

Seenaan Kitaaba Qulqulluu Yihudoonni Boojuu Baabilon Jala Akka Galan Ibsu Dhugaa Dhaa?

Haalli jireenyaa Yihudoota Baabiloniin boojiʼamanii akkuma Waaqayyo jedhe taʼuu isaa ragaan mirkaneessu kan biraan jiraa?

Fakkii Bocamaa Gibxii Durii Seenaan Kitaaba Qulqulluu Dhugaa Taʼuu Isaa Mirkaneessu

Barreeffamni bocamaan Gibxii durii seenaan Kitaaba Qulqulluu dhugaa taʼuu isaa kan mirkaneessu akkamitti akka taʼe baradhu.

Seerri Waaqayyoo Qulqullina Ilaalchisee Kenname Bara Sana kan Durse Dha

Bara duriitti sabni Israaʼel seerawwan olaanoo Waaqayyo qulqullina ilaalchisee kenne hojii irra oolchuudhaan faayidaa argateera.

Qorannoo Arkiʼooloojii Daawit Mootichi Dhugumaan Akka Jiraate Argisiisu

Qeeqxonni tokko tokko seenaan Daawit oduu durii ykn sheekkoo namoonni yeroo booda uumanidha jedhanii falmu. Maarree arkiʼooloojistoonni maal argatan?

FUULA JALQABAA

Nageenya Dubartootaa​—⁠Yaada Kitaaba Qulqulluu

Nageenyi dubartootaa Waaqayyoon ni yaaddessa. Nageenyi kee Waaqayyoon kan yaaddessu maaliif akka t⁠a⁠ʼee fi miidhaa dubartoota irra g⁠a⁠ʼu ilaalchisee tarkaanfii akkamii akka fudhatu baradhu.

Kophummaa Isinitti Dhagaʼamu Dandamachuuf Namoota Kaan Gargaaraa—⁠Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Namoota kaan gargaaruudhaan karaa itti of gargaaruu dandeessu lama hubadhu.

DUULA AYYAANA YAADANNOO

Yesuus Yakka ni Balleessa

Dinqisiifannaa wanta Yesuus nuuf godhee fi gara fuulduraatti nuuf godhuuf qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

DUULA AYYAANA YAADANNOO

Yesuus Hiyyummaa ni Balleessa

Wantoota Yesuus kanaan dura raawwatee fi gara fuulduraattis nuu raawwatuuf dinqisiifannaa akka qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

DUULA AYYAANA YAADANNOO

Yesuus Waraana ni Balleessa

Wantoota Yesuus nuuf raawwatee fi gara fuulduraatti nuuf raawwatuuf dinqisiifannaa qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

Michummaa Uumuudhaan Kophummaa Dandamachuu—Kitaabni Qulqulluun Nu Gargaaruu kan Dandaʼu Akkamitti?

Qajeelfamoota Kitaaba Qulqulluu kophummaa moʼuuf si gargaaruu dandaʼan lama baradhu.

Waaqayyo Namoota Gurrisaanii hin Dhageenyeef ni Yaadaa?

Namoonni gurrisaanii hin dhageenyee fi addunyaa maratti argaman barumsa Waaqayyo qopheesserraa fayyadamaa jiru. Akkamitti akka taʼe ilaali.

Rakkinni Kophummaa Daran Dabalaa Jira—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Namoonni kophummaan isaanitti dhagaʼamu amma illee hamma tokko gammachuu argachuu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe baradhu.

Kophummaan Babalʼateera—Dandamachuu kan Dandeessu Akkamitti?

Qajeelfamoota Kitaaba Qulqulluu kophummaa dandamachuuf si gargaaran lama ilaali.

Addunyaa Maratti Rakkoo Bishaan Qulqulluu Dhabuu Ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Mootummaan Waaqayyoo wanta bulchitoonni ilmaan namootaa gochuu hin dandeenye, jechuunis wantoota rakkoo bishaaniitiif buʼuura taʼan ni dhabamsiisa.

Dhugaan Ammayyuu Gatii Guddaa Qabaa?

Kitaabni Qulqulluun addunyaa miira ykn yaada dhuunfaa irratti hundaaʼee wanta dhugaa taʼe amanu keessatti dhugaa addaan baastee beekuuf si gargaara.

Rakkina Dinagdee—Mootummaan Waaqayyoo Maal Raawwata?

Kitaabni Qulqulluun waaʼee bulchiinsa walcaalmaa dabalatee rakkina dinagdee hunda furuu akka dubbatu beektaa?

Namoota Siyaasaa Ofittoo Taʼan—Mootummaan Waaqayyoo Maal Raawwata?

Mootummaan Waaqayyoo Geggeessaa amanamaa malaanmaltummaa irraa guutummaatti walaba taʼe kan nuuf argamsiisu akkamitti akka taʼe baradhu.

Miidhaawwan Pilaaneetii Keenya Irra Gaʼan—Mootummaan Waaqayyoo Maal Raawwata?

Mootummaan Waaqayyoo miidhaawwan pilaaneetii keenya irra gaʼaniif akkamitti furmaata akka kennu beekuuf carraaqqii godhi.

Yaalii Fayyaa—Mootummaan Waaqayyoo Maal Raawwata?

Mootummaan Waaqayyoo yaalii fayyaa nuyi barbaannu kan nuu kennu akkamitti akka taʼe beekuuf carraaqqii godhi.

DUULA ADDAA

Mootummaan Waaqayyoo Waraana Maal Godha?

Mootummaan Waaqayyoo nagaa fi tasgabbii dhugaa fiduu kan dandaʼu akkamitti akka taʼe beekuuf carraaqqii godhi.

Kitaabni Qulqulluun Hanqina Nyaataa Yeroo Ammaa Jiru Ilaalchisee Maal Jedha?

Hanqina nyaataa kana kan fide Waaqayyo miti; taʼus kun akka taʼu akeekkachiisa nuuf kenneera.

Akkaataa Jireenyaa Veegaaniizimii Ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Akkaataan jireenyaa veegaaniizimii pilaaneetii kanaaf egeree gaarii kan fidu taʼuu fi dhiisuu isaa baradhu.

Wal Dandaʼuu—Kitaabni Qulqulluun Obsa Argisiisuuf kan Gargaaru Akkamitti?

Caqasoonni kun Kitaabni Qulqulluun namoota hunda gidduutti nagaa fi kabajni akka dagaagu kan barsiisu taʼuu isaa argisiisu.

Malaanmaltummaan Abbootiin Taayitaa Raawwatan ni Badaa?

Mootummaa addaa kana keessa malaanmaltummaa akka hin jiraanne sababii itti amannu sadii ilaali.

Kitaabni Qulqulluun Araada Qoricha Sammuu Hadoochu Fudhachuu Moʼuuf Si Gargaaruu Dandaʼaa?

Tarkaanfiiwwan Kitaaba Qulqulluu araada irraa bilisa baʼuuf si gargaaran.

Jijjiirama Qilleensaa fi Jireenya Egeree Keenya—Kitaabni Qulqulluun Kana Ilaalchisee Maal Jedha

Uumaan waaʼeen pilaaneetii keenyaa fi namoota ishii irra jiraatanii ni yaadaa?

Jireenyi Akka Duraaniitti ni Deebiʼaa Laata? Kitaabni Qulqulluun Jijjiirama Weerara Dhibeetiin Dhufe Dandamachuuf Akkamitti nu Gargaara?

Qajeelfamoota Kitaaba Qulqulluu ilaalcha sirrii qabaachuu fi haala gara fuulduraatti uumamu dandamachuuf gargaaran jaʼa.

Amantaan Siyaasa Keessa Galuu Qabaa?

Addunyaa maratti namoonni Yesuusiin hordofna jedhan hedduun siyaasa keessatti balʼinaan hirmaatu. Akkas gochuu qabu turanii?

Yeroo Itti Rakkinni Dinagdee hin Jiraanne ni Dhufaa?

Bulchiinsi guutummaa lafaa toʼatuu fi hiyyummaa, akkasumas rakkina dinagdee balleessu tokko jira.

Kitaabni Qulqulluun Balaa Jijjiiramni Qilleensaa Fidu Dandamachuuf Si Gargaaraa?

Kitaabni Qulqulluun balaan jijjiirama qilleensaatiin dhufu gaʼuu isaa dura, yeroo gaʼuttii fi erga gaʼee booda gorsa si fayyadu qabaateera.

Yeroon Shororkeessummaan hin Jirre ni Dhufaa Laata?

Sodaanii fi hammeenyi hamma balleeffamanitti, wantoota Kitaabni Qulqulluun akka goonu nu gorsu namoota shororkeessitummaan jireenya isaanii irratti miidhaa geessise akka dandamatan isaan gargaaruu dandaʼa.

Addunyaa Kun Dhiheenyatti ni Badaa? Apookiliipsiin maali dha?

Kitaabni Qulqulluun lafti akka hin banne kan dubbatu taʼus, addunyaan balleeffamu jira.

Odeeffannoo Dogoggoraa Irraa Of Eegi

Oduuwwan nama dogoggorsan, gabaasawwan sobaa fi yaadawwan hamminaaf dubbataman hedduu taʼuu isaanii irra iyyuu, miidhaa guddaa si irraan geessisuu illee ni dandaʼu.

Qajeelfamni Kitaabni Qulqulluun Wanta Sirrii fi Dogoggora Taʼe Ilaalchisee Kennu Bara Keenyattis ni Hojjetaa?

Mee sababii qajeelfamoonni amala naamusaa Waaqayyoo faayidaa guddaa qabu itti jennu lama ilaali.

Dhiphina Toʼachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?

Gorsi qabatamaa fi caqasoonni Kitaaba Qulqulluu dhiphina hin barbaachisne toʼachuuf si gargaaran kam faʼi?

Abdii Amansiisaa Gara Fuulduraatti Raawwatamu

Abdii Kitaabni Qulqulluun kennu abdii ykn yaada namoonni kennan irraa adda kan taʼe maaliifi?

Amantiin Mala Kan Biraa Qarshii Ittiin Argatanidhaa?

Waldaa tokko tokko keessatti, namoonni achitti walitti qabaman baayʼeen isaanii harka qalleeyyii siʼa taʼan inni lallabu garuu baayʼee sooressadha.

Lafa Badiisa Irraa Kan Oolchu Eenyu?

Namoonni qilleensa naannoo irratti hayyoota taʼan, gochawwan ilmaan namootaa haala kanaan dura matumaa taʼee hin beekneen sanyiiwwan bineensotaa adda addaa lafa irra jiraatan balleessaa fi mancaasaa akka jiran dubbatu.

Dhiirota Dhiphatan Kitaabni Qulqulluun Gargaaruu kan Dandaʼu Akkamitti?

Dhiphinni rakkina ‘yeroo addaa baayʼee rakkisaa taʼe’ kana keessatti yeroodhaa gara yerootti dabalaa deemu dha. Dhiphachaa jirta yoo taʼe, gama kanaan Kitaabni Qulqulluun si gargaaruu ni dandaʼaa?

Dhiibbaa Dhibee Daddarbaan Fidu Dandamachuu

Of eeggachuu baannaan suutuma suuta qajeelfama COVID-19 hordofuuf fedhii dhabuu jalqabuu dandeenya.

Iyyi Namoonni Haqa Argachuuf Dhageessisan Deebii ni Argata Laata?

Kitaabni Qulqulluun haqni dhugaan kan argamu Waaqayyo isa lubbuu ilmaan namootaa hundaa qixxeetti ilaalu bira akka taʼe ibsa.

Galii Xinnoodhaan Jiraachuu kan Dandeessu Akkamitti?

Akkuma tasaa galii dhabuun kan nama dhiphisu taʼus, gorsa gaarii Kitaaba Qulqulluurraa argamurratti hundaaʼuudhaan tarkaanfii tokko tokko fudhachuun kee maallaqa xinnoodhaan jiraachuuf si gargaara.

Kophummaa Dandamachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?

Yeroo kophaa kee taatutti abdii fi gammachuu argachuu kan hin dandeenye fakkaachuu dandaʼa; garuu akkas miti.

WANTOOTA GARAA GARAA

Barbaacha Huldiriik Ziwiingil Dhugaa Kitaaba Qulqulluu Argachuuf Godhe

Jaarraa 16​ffaatti Ziwiingil Dhugaawwan Kitaaba Qulqulluu hedduu hubateera, warri kaanis akkasuma akka godhan gargaareera. Jireenya isaa fi wanta inni itti amanu irraa maal barachuu dandeenya?

Wangeelli Maatewosii fi Wangeelli Yohaannis Afaan Mallattoo Jarmaniin Baʼe

Muddee 18, 2021, Wangeelli Maatewosii fi Wangeelli Yohaannis Afaan Mallattoo Jarmaniin baʼeera. Kutaawwan Kitaaba Qulqulluu guutummaatti yeroo hiikaman kun isa jalqabaati.

Hiiktota Lamaan Maqaa Waaqayyoo Kakuu Haaraa Keessatti Iddoosaatti Deebisan

Maqaa Waaqayyoo iddootti deebisuun kan barbaachise maaliifi? Dhimma xiyyeeffannaan kennamuufii qabudhaa?

Jajjabina Warra Nama Jaalatan Duʼaan Dhabaniif Taʼu

Yeroo nama jaalannu duʼaan dhabnutti namni gadda nutti dhagaʼamu nuuf hubatu akka hin jirre nutti dhagaʼama taʼa. Garuu Waaqayyo gadda nutti dhagaʼamu ni hubata, akkasumas nu gargaara.

Faayidaa Aarsaa Yesuusirraa Argamu

Duʼa Yesuusirraa faayidaa argachuuf wantoonni barbaachisoo taʼan lama maalidha?

Nama Jaallannu Yeroo Duʼaan Dhabnu

Tarkaanfiiwwan gadda sitti dhagaʼamu dandamachuuf si gargaaruu dandaʼan tokko tokko baradhu.

Yohaannis Cuuphaan Dhugumaan Nama Lubbuudhaan Jiraate Turee?

Barreessaa seenaa jaarraa jalqabaa kan ture Joseefas Yohaannis Cuuphaan nama dhuguma lubbuudhaan jiraate akka taʼetti ilaaleera. Nutis akkanuma goonee yaaduu dandeenya.

Barreeffamoota Bara Durii Iddoo Gosni Israaʼel Jiraate Mirkaneessu

Caccabni Samaariyaatti Argame Odeeffannoon Kitaaba Qulqulluu Keessatti Argamu Dhugaa Taʼuu Isaa Mirkaneesse.

Chaappaawwan Durii Maaliif Fayyadu Turan?

Chaappaawwan durii baayʼee barbaachisoo, akkasumas mootonnii fi bulchitoonni itti fayyadamaa kan turan akkamitti?

Seenaan Kitaaba Qulqulluu Yihudoonni Boojuu Baabilon Jala Akka Galan Ibsu Dhugaa Dhaa?

Haalli jireenyaa Yihudoota Baabiloniin boojiʼamanii akkuma Waaqayyo jedhe taʼuu isaa ragaan mirkaneessu kan biraan jiraa?

Fakkii Bocamaa Gibxii Durii Seenaan Kitaaba Qulqulluu Dhugaa Taʼuu Isaa Mirkaneessu

Barreeffamni bocamaan Gibxii durii seenaan Kitaaba Qulqulluu dhugaa taʼuu isaa kan mirkaneessu akkamitti akka taʼe baradhu.

Seerri Waaqayyoo Qulqullina Ilaalchisee Kenname Bara Sana kan Durse Dha

Bara duriitti sabni Israaʼel seerawwan olaanoo Waaqayyo qulqullina ilaalchisee kenne hojii irra oolchuudhaan faayidaa argateera.

Qorannoo Arkiʼooloojii Daawit Mootichi Dhugumaan Akka Jiraate Argisiisu

Qeeqxonni tokko tokko seenaan Daawit oduu durii ykn sheekkoo namoonni yeroo booda uumanidha jedhanii falmu. Maarree arkiʼooloojistoonni maal argatan?

Dhiifama, filannoowwan ati filatte kan guutu hin jiru.