Dhimma ijoo ta'etti seeni

Barsiifata Gadhee

Barsiifata gadhee horachuun baayʼee salphaadha; dhiisuun garuu baayʼee ulfaataadha! Kutaa kana keessatti waaʼee barsiifatawwan gadhee taʼan hedduu fi barsiifatawwan kana barsiifata gaariidhaan bakka buusuun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe ilaalla.

Waliin Haasaʼuu

Hamii Irraa Fagaachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Haasaan keessan gara hamii nama miidhutti jijjiiramaa yoo deeme, dafii tarkaanfii fudhadhu!

Nama Arrabsuun Dhugumaan Wanta Hamaa Dhaa?

Nama arrabsuun baramaa taʼuu isaatiin kan kaʼe hamma kana dogoggora qabaa?

Araada

Araada Poornoogiraafiitiin Yoon Qabame Maalan Godha?

Kitaabni Qulqulluun poornoogiraafiin maal akka taʼe hubachuuf si gargaaruu dandaʼa.

Tamboo Xuuxuudhaan Of hin Gubin

Namoonni hedduun tamboo ykn sijaaraa elektiroonikii kan xuuxan taʼus, namoonni xuuxuu isaanii dhaaban jiru; tokko tokko immoo xuuxuu dhaabuuf carraaqqii cimaa gochaa jiru. Maaliif? Dhuguma tamboo xuuxuun miidhaa guddaa qabaa?

Fedhii Dogoggoraa Moʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Tarkaanfiiwwan barbaachisoo fedhii dogoggoraa moʼuuf si gargaaran sadii hubadhu.

Itti Fayyadama Yeroo

Waaʼee Takkaatti Waan Lama Hojjechuu Maal Beekuun Qaba?

Xiyyeeffannaan kee utuu hin dhabin, waan hedduu hojjechuu ni dandeessaa?

Harʼa Boru Jechaa Hojii Tursuu Dhiisuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Harʼa boru jechaa hojii tursuu dhiisuun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe yaadawwan kennaman ilaali!

Hiriyoonni Kee Waaʼee Harʼa Boru Jechuu Maal Jedhu?

Dargaggoonni waaʼee miidhaa harʼa boru jechuun qabuu fi faayidaa yeroo ofii ogummaadhaan fayyadamuun qabu yommuu dubbatan dhaggeeffadhu.