Eenyummaa
Ati eenyudha? Ulaagaa kamiin geggeefamta? Eenyummaa cimaa qabaachuun kee warri kaan jireenya kee akka toʼattan gochuu mannaa jireenya kee toʼachuuf si gargaara.
Amala Koo
Ani Eenyu?
Wantoota iddoo guddaa kennituuf, cimina, dadhabinaa fi galma kee beekuun yommuu dhiibbaan si irra gaʼu murtoo sirrii gochuuf si gargaara.
Ani Eenyu?
Deebii isaa beekuun kee haalawwan ulfaatoo taʼan dandamachuuf si gargaara.
Dhugaa Dubbachuu Kan Qabdu Maaliif?
Milkaaʼina argachuuf sobuun barbaachisaadhaa? Dhugaa dubbachuun faayidaa kan siif argamsiisu maaliif akka taʼe ofuma keetii ilaali.
Hammamin Cimina Qaba?
Rakkinni gaʼuun waan hin hafneefi, rakkinni si mudatu hammam xinnoo ykn hammam guddaa taʼus cimina qabaachuun kee barbaachisaa dha.
Akkaataa Itti Sirreeffama Fudhachuu Qabdu
Gorsiifi sirreeffamni fudhachuuf sitti ulfaatu si gargaaruu kan dandaʼu akkamitti?
Sirreeffama Naa Kennamu Akkamittan Fudhachuu Qaba?
Namoonni tokko tokko haphii waan taʼaniif, sirreeffamni xinnoon illee yeroo isaaniif kennamu baayʼee aaru. Ati akkasii?
Qalbii Koo Leenjisuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
Qalbiin kee eenyummaa kee fi wanta itti amantu argisiisa. Qalbiin kee waaʼee kee maal jedha?
Jibbi Halaalaa Maalidha?
Jibbi halaalaa hanga harʼaatti namoota hedduu faaleera. Kitaaba Qulqulluutti fayyadamiitii keessa keetti hidda akka gad hin fageeffanne mirkaneeffadhu.
Wanta Hin Dandaʼamnen Of Irraa Eegaa?
Garaagarummaa wanta siif dandaʼame gochuu fi wanta hin dandaʼamne gochuuf yaaluu akkamitti ibsita?
Weebsaayitii Hawaasaa Irratti Beekamtii Argachuun Hangam Barbaachisaa Dha?
Namoonni tokko tokko foolowarii fi laayikii dabalataa argachuuf qofa jireenya isaanii balaaf saaxiluu. Weebsaayitii hawaasaa irratti beekamtii argachuuf carraaquu qabdaa?
Jireenya Bifa Lama Qabu Jiraachuu Dhaabuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
Tarkaanfiiwwan afur karaa dogoggoraa irra deemuu dhaabuuf si gargaaran.
Dhiibbaa Hiriyaa Moʼuu Kan Dandeessu Akkamitti?
Dhiibbaan hiriyaa namoonni gaariin wanta gadhee akka raawwatan gochuu dandaʼa. Waaʼee dhiibbaa hiriyaa wanta beekuu qabduufi akkamitti moʼuu akka dandeessu
Dhiibbaa Hiriyaa Damdamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
Qajeelfamni Kitaabni Qulqulluun kennu si gargaaruu kan dandaʼu akkamitti akka taʼe baradhu.
Dhiibbaa Hiriyaa Damdamadhaa!
Tarkaanfiiwwan salphaa murtoo mataa kee gochuuf si gargaaran afur.
Gocha Koo
Karoora Namoota Gargaaruuf Fayyadu
Namoonni isaan gargaaruu dandeessu sitti dhihoo jiru. Waraqaan shaakalaa kun qabxii salphaa sadii gargaarsa kennuu jalqabuuf si fayyadu qabateera.
Fedhii Dogoggoraa Moʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
Tarkaanfiiwwan barbaachisoo fedhii dogoggoraa moʼuuf si gargaaran sadii hubadhu.
Bifa Koo
Akkaataan Uffannaa Koo Akkami?
Dogoggorawwan baramoo uffataa wajjin wal qabatan irraa of qusachuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe dubbisi.
Dargaggoonni Waaʼee Dhaabbii Toluu Maal Jedhu?
Dargaggoonni bifa isaaniitiif ilaalcha madaalamaa qabaachuun maaliifi isaanitti ulfaata? Maaltu isaan gargaara?
Waaʼeen Miidhagina Kootii Garmalee kan Na Dhiphisu Maaliifi?
Miira kee toʼachuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe baradhu.
Waaʼee Bifa Koo Dhiphachuun Qabaa?
Yommuu daawwitiidhaan of ilaaltu bifa kee ni jibbitaa? Fooyyaʼiinsa akkamii gochuu dandeessa?