Dhimma ijoo ta'etti seeni

BARUMSA KITAABA QULQULLUU KOO

Doonii Noh

Barumsawwan Kitaaba Qulqulluu kun kan qophaaʼan daaʼimman umuriin isaanii waggaa 3 fi isaa gad taʼaniifi. Barumsa kana garagalfattee mucaa kee wajjin dubbisuu dandeessa.