Ulaagaalee Cuuphaa
Cuuphamuuf ulaagaa si irraa eegamu guutuuf tarkaanfiiwwan akkamii fudhachuu qabda? Mee haa ilaallu!
Warri, ijoollee keessanii wajjin Hojii Ergamootaa 16:32, 33 dubbisaatii irratti mariʼadhaa.
Gilgaala kana buufadhaatii maxxanfadhaa.
Viidiyoo Ulaagaalee Cuuphaa jedhu erga ilaaltanii booda gaaffii armaan gadii irratti mariʼadhaa.
Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa
MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN
Michoota Yihowaa Irraa Baradhu—Gilgaalawwan
Gilgaalawwan mata duree walitti aanee baʼuu fi Michoota Yihowaa Irraa Baradhu jedhamurra fudhatamanitti fayyadamuudhaan, barumsa ijoo irraa argattan ijoollee keessanii wajjin irratti mariʼadhaa.
BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU
Viidiyoowwanii fi Gilgaalota Ijoollee
Ijoollee keessan naamusa gaarii barsiisuuf viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluurratti hundaaʼanii fi gilgaalota nama bashannansiisan kanatti fayyadamaa.