Yihowaan Iddoo Guddaa Siif Kenna
Gilgaala kanatti fayyadamuudhaan ijoolleen keessan warra kaan biratti adda akka taʼanitti kan ilaalaman taʼanis, Yihowaan iddoo guddaa akka isaaniif kennu isaan barsiisaa.
Ijoollee keessanii wajjin Yohaannis 15:19 dubbisaatii irratti mariʼadhaa.
Gilgaala kana buufadhaatii Piriinti godhadhaa.
Barumsa viidiyichaa irra deebiʼuuf toora fuula jalqabaarra jiru hordofaatii gaaffiiwwan tarreeffaman duraa duubaan deebisaa. Achis fuula 2ffaatti fayyadamaatii ijoolleen keessan barumsa viidiyicharraa argatan akkamitti hojiirra oolchu akka dandaʼan akka hubatan gargaaraa.
Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa
GILGAALOTA MICHUU YIHOWAA TAʼI
Fakkii: Yihowaan Iddoo Guddaa Siif Kenna
Fakkii viidiyoo kanaa maxxanfadhu, akkasumas kuusaa kee keessatti dabaladhu.
MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN
Michoota Yihowaa Irraa Baradhu—Gilgaalawwan
Gilgaalawwan mata duree walitti aanee baʼuu fi Michoota Yihowaa Irraa Baradhu jedhamurra fudhatamanitti fayyadamuudhaan, barumsa ijoo irraa argattan ijoollee keessanii wajjin irratti mariʼadhaa.
BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU
Viidiyoowwanii fi Gilgaalota Ijoollee
Ijoollee keessan naamusa gaarii barsiisuuf viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluurratti hundaaʼanii fi gilgaalota nama bashannansiisan kanatti fayyadamaa.