Kaaleb Kitaaba Isa Kam Dubbisaa Jira?
Fuula halluu dibamu kana buufadhu. Kaaleb kitaaba isa kam dubbisaa jira? Maal barate?
Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa
MICHUU YIHOWAA TA’I
Hatuun Sirrii Miti
Waaqayyo hannaaf ilaalcha akkamii qaba? Baʼuu 20:15 dubbisi. Viidiyicha ilaaluudhaan Kaalebii wajjin caalaatti baradhu.
MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN
Michoota Yihowaa Irraa Baradhu—Gilgaalawwan
Gilgaalawwan mata duree walitti aanee baʼuu fi Michoota Yihowaa Irraa Baradhu jedhamurra fudhatamanitti fayyadamuudhaan, barumsa ijoo irraa argattan ijoollee keessanii wajjin irratti mariʼadhaa.
BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU
Viidiyoowwanii fi Gilgaalota Ijoollee
Ijoollee keessan naamusa gaarii barsiisuuf viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluurratti hundaaʼanii fi gilgaalota nama bashannansiisan kanatti fayyadamaa.