Dhimma ijoo ta'etti seeni

Konkolaataa Kaaleb Hojjechuu

Konkolaataa Kaaleb Hojjechuu

Gilgaala kana buufadhu. Konkolaataa, konkolaataa Kaaleb fakkaatu erga hojjettee booda nama tokkoof akka kennaatti kenni.

Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa

MICHUU YIHOWAA TA’I

Arjaa Taʼi; Waan Qabdu Namaaf Hiri

Kaaleebii fi Soofiyaan kennaa isaanii waliif hiruudhaan caalaatti gammachuu akka argatan baradhu.

MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN

Michoota Yihowaa Irraa Baradhu​—Gilgaalawwan

Gilgaalawwan mata duree walitti aanee baʼuu fi Michoota Yihowaa Irraa Baradhu jedhamurra fudhatamanitti fayyadamuudhaan, barumsa ijoo irraa argattan ijoollee keessanii wajjin irratti mariʼadhaa.

BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU

Viidiyoowwanii fi Gilgaalota Ijoollee

Ijoollee keessan naamusa gaarii barsiisuuf viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluurratti hundaaʼanii fi gilgaalota nama bashannansiisan kanatti fayyadamaa.