Walitti Dhufeenya Jaalalaa Jalqabuu fi wal Qorachuu
Saala Faallaa Wajjin Walitti Dhufeenya Jaalalaa Jalqabuuf Umuriin Koo Gaʼeeraa?
Qabxiiwwan shanan qorannaa gochuufi gaaʼela godhachuuf gaʼuu kee murteessuuf si gargaaran.
Michooma moo Jaalala?—Kutaa 1: Ergaa Akkamii Anaaf Dabarsa?
Gorsawwan namni ergaa siif erge tokko jaalalaaf moo michoomaaf taʼuu isaa hubachuuf si gargaaran.
Michooma moo Jaalala?—Kutaa 2: Ergaa Akkamiin Dabarsaa Jira?
Tarii michuun kee kun walitti dhufeenyi keessan michooma irra akka darbu kan barbaaddu godhee yaadaa? Gorsawwan jiran dubbisi.
Gaaʼela Dura Waliin Jiraachuu Qabnaa?
Namoonni tokko tokko dhiirri tokkoo fi dubartiin tokko waliin jiraachuun isaanii gaaʼelaaf isaan qopheessa jedhanii yaadu. Kun yaada gaariidhaa ykn filannoon kana caalaa gaarii taʼe jiraa?
Yeroon Walitti Dhufeenya Jaalalaa Jalqabu Maal Eeguun Qaba?
Hariiroon keessan akka itti fufuuf wantoonni buʼuuraa tilmaama keessa galuu qaban sadii jiru.
Jaalala Dhugaati moo Sinsinnii Dha?
Jaalalli dhugaa fi jaalalli sinsinnii maal akka taʼe baradhu.
Gaaʼela Utuu hin Dhaabbatin Waliin Jiraachuu Ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
Qajeelfamni Waaqayyoo maatii milkaaʼina qabu akka qabaannu nutti hima, ulaagaan isaa yeroo hunda warra isa hordofaniif faayidaa argamsiisa.
Walitti Dhufeenya Jaalalaa Jalqabuu—Kutaa 3: Gargar Baʼuu Qabnaa?
Shakkii qabda taanaan walitti dhufeenya keessan itti fufuu qabdaa? Mata dureen kun murtoo gochuuf si gargaara.
Dhugaa Baatonni Yihowaa Wal Qorachuu Ilaalchisee Seera Mataa Isaanii Qabuu?
Wal qorachuun wanta bashannanaaf jecha raawwatamu dha moo hiika kan caalu qaba?
Jaalalli Dhugaan Maalidha?
Viidiyoo kanarraa Kiristiyaanonni hiriyaa gaaʼelaa gaarii filachuufis taʼe gaaʼela erga dhaabbatanii booda jaalala dhugaa walitti argisiisuuf dhugaawwan buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu kan isaan gargaaran akkamitti akka taʼe ilaali.
Yeroo Wal Qorachuun Addaan Citu
Gadda wal qorachuu dhaabuu keetiin sitti dhufe mootee jiraachuu kan dandeessu akkamitti?