Odeeffannoo Gabaabaa—Angoolaa
- 36,149,000—Baayʼina uummataa
- 169,960—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
- 2,567—Gumiiwwan
- 1 nama 221f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu
BUUSIIN GOOTAN FAAYIDAA IRRA OOLAA KAN JIRU AKKAMITTI?
Namoota Balaan Isaan Irra Gaʼe Gargaaruu
Bara tajaajilaa 2020tti obboloonni keenya miliyoonatti lakkaaʼaman sababa dhibee daddarbaa fi balaa uumamaatiin miidhamaniiru. Isaan gargaaruuf maaltu godhame?