Dhimma ijoo ta'etti seeni

Daawwannaa Beetel

Waajjiroota damee keenya warra Beetel jedhamanii beekaman akka daawwattu si affeerra. Waajjiroonni keenya tokko tokko agarsiisawwan daawwachiistota malee ilaalaman qabu.

Daawwannaan Deebiʼee Jalqabameera: Biyyoota hedduu keessatti Waxabajjii 1, 2023 irraa kaasee waajjiroota damee keenya deebinee daawwachiisuu jalqabneerra. Odeeffannoo dabalataa argachuuf waajjira daawwachuu barbaaddu qunnami. Maaloo Kooviid-19 yoo sirratti argame, mallattoo qufaa ykn utaalloo yoo qabaatte ykn dhiheenyatti nama Kooviid-19n qabame wajjin wal argiteetta yoo taʼe hin dhufin.

Yunaayitid Kiingidam

Odeeffannoo Daawwannaa

Daawwachuuf Beellama Qabsiisi—Namoota 20 Gadi.

Beellama Kee Ilaali ykn Jijjiiri

Birooshura Daawwannaa Buufadhu

Agarsiisa

Dhaala Keenya. Agarsiisni seena qabeessi ofiin daawwatamu kun hojiin lallabaa Biritaaniyaa fi Aayerlaandi keessatti akkamitti akka guddate argisiisa.

Kitaaba Qulqulluu Waajjira Damee Biriitaaniyaa Keessatti Argamu. Agarsiisni kun Kitaabota Qulqulluu salphaatti hin argamnee fi Kitaabni Qulqulluun jaarraawwan hedduudhaaf akkamitti hiikamaa akka ture argisiisa.

Dippaartimentii Waajjira Damee Biriitaaniyaa. Agarsiisni kun fakkiiwwanii fi viidiyoowwan hojii waajjira damee Biritaaniyaa keessatti hojjetamu argisiisan qabateera.

Teessoo fi Lakkoofsa Bilbilaa

Kallattiisaa Ilaali