Ijoollee Keessan Eegaa
Viidiyoo kana Dhugaa Baatota Yihowaatu bara 2002tti, Ingiliffaa fi Ispaanishiin qopheesse. Viidiyoon kun warri namoota ijoollee isaanii karaa saalaa miidhaa isaan irraan geessisan irraa akkamitti isaan eeguu akka dandaʼan hubachiisuuf qophaaʼe