Akkaataa Jireenyi Koo Inni Haaraan Itti Jalqabe
Sargeen ijoollummaa isaatii kaasee nageenyi isatti hin dhagaʼamu ture. Waaqayyo jireenya kaayyoo qabu akka argatu akka isa gargaaru kadhachaa ture; kadhannaan isaa kunis saʼaatii lama gidduutti deebii argate.