Maxxansa Dammaqaa! Kana Keessatti
Addunyaan kun tasgabbii hin qabu. Tokkoon tokkoon keenya dhiheenyattis taʼe yeroo booda balaa uumamaa fi balaa namtolcheetiin kan kaʼe rakkinni nurra gaʼuun isaa hin oolu. Maarree, atii fi maatiin kee rakkina ilmaan namootaarra gaʼaa jiru dandamachuu kan dandeessan akkamitti? Wantoota armaan gadii gochuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe baradhu: