DAMMAQAA! Lakk. 2 2016 | Kitaabni Qulqulluun Kitaaba Gaarii Qofa Dhaa?

Sababii kitaaboota yeroo kam iyyuu turan caalaa balʼinaan itti maxxanfamee fi itti hiikame qaba.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Kitaabni Qulqulluun Kitaaba Gaarii Qofa Dhaa?

Namoonni Kitaaba Qulqulluu dubbisuuf ykn qabaachuuf jecha lubbuu isaanii balaadhaaf saaxilaa kan turan maaliifi?

MAATIIDHAAF

Ijoolleen Keessan Jijjiirama Umurii Dargaggummaa Wajjin akka Wal Baran Gargaaraa

Gorsawwan Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼan shan yeroo rakkisaa taʼe kana keessa darbuuf si gargaaru.

GAAFANNOO

Hayyuun Imbiriyooloojii Amantii Isaa Ibse

Piroofeesar Yan-Der Shiwu jijjiirama tirannaatti amanaa kan ture taʼus, saayintiistii qorannoo geggeessu erga taʼee booda ilaalcha isaa jijjiireera.

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

Yaaddoo

Yaaddoo inni sirriin nu fayyada; inni dogoggoraa immoo nu miidha. Damdamachuu kan dandeessu akkamitti?

Maakaawota Qalbii Namaa Hawwatan

Waaʼee simbirroota baayʼee mimmiidhagoo taʼan kanaa ilaali.

ADDUNYAA MARA IRRAA

Oduu Walitti Dhufeenya Irratti Xiyyeeffate

Qorannoon ammayyaa gorsa Kitaaba Qulqulluu deggera.

Wantoota garabiraa

Akkaataa Jireenyaa Kootti hin Gammanne

Dimiitrii Karshinoov garmalee dhuga ture; taʼus guyyaa hunda Kitaaba Qulqulluu dubbisuu jalqabe. Jireenya isaa akka jijjiiruu fi gammachuu dhugaa akka argatu maaltu isa gargaare?