Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

JW.ORG Irraa Caalaatti Baradhu

JW.ORG Irraa Caalaatti Baradhu

Mata duree kam dubbisuu barbaadda?

Gaaʼela koo cimsuu kanan dandaʼu akkamitti?

Mata duree, “Meeshaa Eleektrooniksitiif Ilaalcha Madaalamaa Qabaachuu Kan Dandeenyu Akkamitti?” jedhu ilaali.

Ijoollee koo naamusa gaarii barsiisuu kanan dandaʼu akkamitti?

Viidiyoo animeeshinii gabatee adii, “Meeshaaleen Elektirooniksii Jireenya Kee Toʼachaa Jiruu?” jedhu ilaali.

Yeroo gara fuulduraa ilaalchisee dhiphina natti dhagaʼamu dandamachuu kanan dandaʼu akkamitti?

Masaraa Eegumsaa, Yeroon Gara Fuulduraa Maal Fidee Dhufa?” jedhu ilaali.

Kitaabni Qulqulluun atii fi maatiin kee jireenya gammachiisaa fi abdii dhugaa akka qabaattan isin gargaara.

JW.ORG IRRATTIS NI ARGAMA: Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu ilaali.