DAMMAQAA! Onkoloolessa 2014 | Nagaa Uumuun Kan Dand⁠a⁠ʼamu Akkamitti?

Namoonni hedduun ollaawwansaanii wajjin nagaadhaan jiraachuu kan barbaadan t⁠a⁠ʼus, ilaalchi dogoggoraafi miirri gadheen isaanitti dhag⁠a⁠ʼamu akkas gochuun akka isaanitti ulfaatu godheera. Garaagarummaa qabaannus nagaadhaan waliin jiraachuu kan dandeenyu akkamitti?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Nagaadhaan Waliin Jiraachuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?

Seera buʼuuraa Macaafa Qulqulluu hojiirra oolchuun namoonni kanaan dura diina walii taʼan nagaadhaan akka waliin jiraataniifi michuu walii akka taʼan gargaareera.

Addunyaa Mararraa

Matadureen kun, waaʼee biyya lakkoofsi dubartoota dhugaatii garmalee dhuganii kan warra dhiiraarra itti caaluu, waaʼee lubbu qabeeyyii iddoo baayʼee nama dinqisiisu keessatti argamaniifi waaʼee biyya namoota ishee keessa jiraataniif furdina hirʼisuu isaaniitiin warqee kennitee ibsa.

MAATIIDHAAF

Hin Taʼu Jechuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?

Mucaan keessan booʼuudhaan ykn isin kadhachuudhaan murtoo gootan akka jijjiirtan gochuuf yoo yaale maal gootu?

GAAFANNOO

Hayyuun Fiiziksii Tokko Amantiisaa Ibse

Sababii lamaan Weenloongi Hiin uumaan akka jiru isa amansiisan.

Dhukkuba Sukkaaraa—Carraa Dhukkuba Kanaan Qabamuu Hirʼisuu Ni Dandeessaa?

Namoota sukkaarri dhiigasaanii keessatti baayʼate keessaa parsantiin 90⁠ni baayʼachuusaa hin beekan.

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

Abjuu Waaqayyo Biraa Dhufu

Yeroo harʼaa Waaqayyo namootatti dubbachuuf abjuutti ni fayyadamaa?

QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?

Niiwuroonii Awaannisni Sochiisaa Ittiin Toʼatu

Awaannisni gurmuudhaan godaanu kan wal hin rukunne akkamitti?