Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa fi Dammaqaa! 2022
Maxxansa mata dureen isaa irratti baʼe argisiisu
MASARAA EEGUMSAA MAXXANSA QOʼANNAA
DHUGAA BAATOTA YIHOWAA
1922—Waggoota Dhibba Tokko Dura, Onk.
GAAFFII DUBBISTOOTAA
Daawit “bara baraaf” maqaa Waaqayyoo akka jajatu yeroo dubbatu wanta taʼuu hin dandeenye dubbachaa turee? (Fr 61:8), Mud.
Daawit ‘Mefibosheetitti gara laafina erga argisiisee’ booda, akka ajjeefamuuf dabarsee isa kennuu kan dandaʼu akkamitti? (2Sa 21:7-9), Bit.
Kitaabni Qulqulluun waaʼee kakachuu maal jedha? Ebla
Namni deebiʼee fuudhuuf Kitaabni Qulqulluun isaaf hin heyyamne tokko gaaʼelli isaa inni duraanii fi inni haaraan akkamitti ilaalama? Ebla
Phaawulos ergamaan akka “daaʼima utuu yeroon isaa hin gaʼin dhalatee” akka taʼe yeroo dubbatu maal jechuu isaati? (1Qo 15:8), Ful.
Warri lafarratti duʼaa kaafaman eenyufaʼi? Duʼaa kaʼuu akkamii argatu? Ful.
Yesuus, “Nagaa fiduuf kanan dhufe isinitti hin fakkaatin” yeroo jedhu maal jechuu isaati? (Mat 10:34, 35), Ado.
JIREENYAA FI AMALOOTA KIRISTIYAANAA
Buskutii Saroota Kootiif Kenname (gaariidhaan dhugaa baʼuu), Ebla
Dhiphina Dandamachuun kan Dandaʼamu Akkamitti? Ebla
Israaʼelonni Durii Waraanarratti Hirmaataniiru Erga Taʼee, Nuti Maaliif hin Hirmaannu? Onk.
‘Lafa Dhaaluuf’ Qophoofteettaa? Mud.
‘Seera Gaarummaatiinʼ Geggeeffami, Wax.
KANA BEEKTAA?
Bara duriitti namoonni yeroo waggaa fi jiini itti jalqabu kan beekan akkamitti ture? Wax.
Israaʼelonni durii gabbara kan kennan maaliif ture? Gur.
Mordekaay dhugumaan jiraateeraa? Sad.
Warri Roomaa namni akkuma Yesuus mukarratti fannisan akkuma namoota kaanii akka awwaalamu ni heyyamu turanii? Wax.
Yihowaan Israaʼelonni gugee gosa lama aarsaa godhanii akka dhiheessan heyyamuun isaa gaarii kan taʼe maaliifi? Gur.
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA
Abdii Kee Cimsadhu, Onk.
Amanamaa Taʼuu Kee Argisiisi, Ful.
Anaa Wajjin Jannata Keessa ni Taata,” Mud.
Ayyaana Yaadannoo Irratti kan Argamnu Maaliifi? Ama.
Bara Baraaf Jiraachuu ni Dandeenya, Mud.
Dargaggootaa, Erga Cuuphamtanii Booda Guddina Gochuu Keessan Itti Fufaa, Hag.
“Dhugaa Keessa Deddeebiʼaa,” Hag.
“Dubbii Ogeeyyii Dhaggeeffadhu,” Gur.
‘Dubbiidhaan Fakkeenya’ ni Taataa? Ebla
Erga Cuuphamtee Booda “Namummaa Haaraa” Uffachuu Kee Itti Fufi, Bit.
Galma Hafuuraa Baafachuu fi Irra Gaʼuun kan Dandaʼamu Akkamitti? Ebla
Gammachuu Dhugaa Argachuu ni Dandeessa, Onk.
Geggeessaa Keenya Yesuus Deggeraa, Ado.
Gorsi Kennitu ‘Garaa Namaa kan Gammachiisu’ Dhaa? Gur.
Haadhotiin Fakkeenya Ewunqee Irraa Baradhaa, Ebla
Jaalalli Sodaa Moʼuuf kan Nu Gargaaru Akkamitti? Wax.
Jaarsoliin, Fakkeenya Phaawulos Ergamaa Hordofuu Keessan Itti Fufaa, Bit.
Kitaabni Mulʼataa Diinota Waaqayyootiif Hiika Maalii Qaba? Cam.
Kitaabni Mulʼataa Waaʼee Egeree Keetii Maal Jedha? Cam.
Kitaabni Mulʼataa Yeroo Harʼaatti Siif Hiika Maalii Qaba? Cam.
Maqaan Kee “Kitaaba Jireenyaa” Keessatti ni Argamaa? Ful.
Mirga Kadhannaatiif Bakka Guddaa Kenni, Ado.
Mootummichi Bulchaa Jira! Ado.
‘Namoota Hedduu Gara Qajeelummaatti Fiduu,’ Ful.
‘Namummaa Moofaa Of Irraa Baastee Gatuu’ ni Dandeessa, Bit.
Obboleessa Yesuus Irraa Baradhaa, Ama.
Obboloota Kee Amanuu ni Dandeessa, Ful.
Ogummaa Dhugaan Sagalee Ishii Ol Kaastee Iyyiti, Onk.
Ogummaa Jireenya Keenya Nuuf Qajeelchu, Cam.
Raajii Bara Durii Si Ilaallatu, Ado.
Sabni Yihowaa Qajeelummaa ni Jaallatu, Hag.
Waaqeffannaa Dhugaan Gammachuu Siif Argamsiisa, Bit.
“Wal Ijaaruu Keessan Itti Fufaa,” Hag.
Wanta Hundarra Caalu Yihowaadhaaf Kennuudhaan Gammadi, Ebla
Wanta Zakkaariyaas Arge ni Argitaa? Bit.
Wanti Akkamiiyyuu Yihowaarraa Akka Gargar Si Baasu hin Heyyamin, Sad.
Warra Kaan Tajaajiluudhaan Fakkeenya Yesuus Hordofi, Gur.
‘Warri Amanamummaa Yihowaadhaaf Qaban Eegan Gammadoodha,’ Onk.
Warri, Ijoolleen Keessan Yihowaa Akka Jaallatan Gargaaraa, Cam.
Warri Kaan Rakkina Akka Dandamatan Gargaari, Mud.
‘Warri Yihowaa Barbaaddatan Wanti Gaariin Tokko Illee Isaanitti hin Hirʼatu,’ Ama.
Yeroo Amanamummaan Kee Qoramu Dandeettii Hubannaa Kee Eeggadhu, Sad.
“Yeroo Keessan Akka Gaariitti Itti Fayyadamaa,” Ama.
Yeroo Rakkinaatti Nagaa Qabaachuu ni Dandeessa, Mud.
Yesuus Imimmaan Isaa Dhangalaasuu Isaa Irraa Maal Baranna? Ama.
“Yihowaa Abdadhu,” Wax.
Yihowaan Gammachuudhaan Jabaannee Akka Dhaabbannu Nu Gargaara, Sad.
Yihowaan Saba Isaa ni Ilaala, Hag.
Yihowaan Tajaajila Keenya Akka Raawwannu Nu Gargaara, Sad.
Yihowaan Waaqa Dhiifamni Isaa Guddaa Taʼedha, Wax.
Yihowaan Warra Dhiifama Godhan ni Eebbisa, Wax.
Yihowaan Yeroo Hunda Wanta Sirrii Akka Raawwatu ni Amantaa? Gur.
SEENAA JIREENYAA
MASARAA EEGUMSAA MAXXANSA SABAA
Jibba Injifachuu ni Dandeessa, Lakk. 1
DAMMAQAA!
Addunyaa Tasgabbii hin Qabne—Dandamachuu ni Dandeessa, Lakk. 1