MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Adoolessa 2019

Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Fulbaana 2-29, 2019⁠tti qoʼataman qabateera

Ariʼatamaaf Ammuma Qophaaʼaa

Ija jabina keenya cimsachuu fi jibba mormitootaa dandamachuuf maal gochuu dandeenya?

Dhorkaa Keessatti Yihowaa Waaqeffachuu Keessan Itti Fufaa

Mootummaan waaqeffannaa Yihowaadhaaf dhiheessinu yoo dhorke maal gochuu qabna?

“Dhaqaatii . . . Barattoota Godhaa”

Barattoota gochuun baayʼee barbaachisaa kan taʼee maalifi? Akkasumas, ergama keenya kana galmaan gaʼuuf yaadni hojii irra oolu fi nu gargaaru isa kamidha?

Garaa Namoota Waaqayyotti hin Amannee Tuquu

Namoonni amantii hin qabne Waaqayyoon akka jaallatanii fi barattoota Yesuus akka taʼan isaan gargaaruu kan dandeenyu akkamitti?

SEENAA JIREENYAA

Yihowaan Hamma Ani Yaade Caalaa Na Eebbiseera

Maanfireed Toonaak muuxannoo inni biyyoota Afrikaa keessatti misiyoonii taʼee tajaajiluun isaa amalawwan akka obsaa,gammachuu fi amalawwan kan biroo akka horatu isa gargaareera.

Yesuus kan Duʼe Dhuguma Anaaf Turee?

Miirri gad aantummaa sitti dhagaʼame beekaa? Miira akkasi moʼuu kan dandeessu akkamitti?