MASARAA EEGUMSAA Lakk. 1 2016 | Amanamoo Taʼuu Kan Qabnu Maaliifi

Namoonni hedduun yoo xinnaate haasaa daqiiqaa kudhanii gidduutti siʼa tokko sobu. Adda taʼuun kan namatti ulfaatu maaliifi?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Amanamummaan Waan Yeroon itti Darbe Dhaa?

Muuxannoon Hiitooshii amanamummaan waan yeroon itti darbe akka taʼe fakkeessa.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Amanamaa Taʼuu Dhiisuun kan Nama Miidhu Akkamitti

Waaʼee sobaa dhugaa isaa bari.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Amanamaa Taʼuun Faayidaa Qabaa?

Muuxannoon namicha tokkoo amanamummaan faayidaa akka qabu argisiisa.

KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA

Waggaa Tokkoof Qofa Nagaa fi Gammachuu Naaf Kenni

Aalan Biroojiyoon yaada Kitaaba Qulqulluu 1 Yohannis 1:9 irra jiruun garaan isaa tuqame.

Kana Beektaa?

Bara duriitti macaafonni maraman hojjetamaa fi hojii irra oolaa kan turan akkamitti? ‘Luboonni warri angafoonni’ Kitaabota Qulqullaaʼoo Afaan Giriikii keessatti ibsaman eenyu dha??

Miira Sodaa Moʼuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?

Malawwan sadii caalaatti nageenyi akka sitti dhagaʼamu gochuu dandaʼu.

OGUMMAA BARA DURII JIREENYA AMMAYYAATIIF TAʼU

Hin Yaaddaʼinaa

Yesus yaaddaʼuu akka hin qabne qofa utuu hin taʼin, yaaddaʼuu dhiisuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼes ibseera.

Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Namoonni duʼan deebiʼanii jiraachuu ni dandaʼuu?

Wantoota garabiraa

Yeroon Dhiphadhu Kitaabni Qulqulluun Na Gargaaruu ni Dandaʼaa?

Wantoota Waaqayyo dhiphina nutti dhagaʼamu akka dandamannu gargaaruuf arjummaadhaan kennu sadii.